Waa'ee haadha manaa keetii Waaqayyoo wajjin yommuu dubbattu (yeroo kadhattu):
π Isa kan isa sodaattu,
π Gargaaruu kan dandeessu,
π Jaalala namootaaf kan qabdu,
π Mana ishee kan kabajju,
π Akka dubbii Waaqayyootti haadha manaa jiraattu akka siif kennu fedhii garaa kee akka ta'e kadhadhu!
Warra hin fuune/hin heerumne hundaaf Waaqayyo haadha manaa gaarii fi obboloota shamarraniif dhiira hubannaa qabu isiniif haa kennu. π
Yoo heerumte/fuute gaa'elli kee maqaa Yesuusiin eebbifamaa, jaalalaan kan guutame haa ta'u! Ameen β€οΈ
@haadha_manaa_ogeettii π‘
@Gaaela_Gaarii β
@Marriage_Counseling
βοΈβοΈ @Gaaelabot