Tπ•™π• π•¦π•˜π•™π•₯ P𝕠𝕨𝕖𝕣


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


With this channel we talk about:-
πŸ‘‰Vision(Mul'ata)
πŸ‘‰Dream(Abjuu)
πŸ‘‰Inner Peace(Nageenya keessoo)
πŸ‘‰Life Wisdome(Ogummaa jireenyaa)
πŸ‘‰Quotes(Jecha Hayyootaa)
πŸ‘‰Your True Version
Stay tune!
Remember to share like and Comment

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


Network Marketing hojjachuun dhangaa jireenyaa dhandhamuudha.

Baguman indaastirii kana keesaa hojjadhe.

Namoonni nu waliin dalaguu feetan na dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡
@amdivine9


Ganama sochii qaamatiin eegalle.


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
2αŠ› α‰€αŠ• α‹¨αˆ˜αŒ€αˆ˜αˆͺα‹« αˆ›αˆˆα‹³ α‰ αŠ αˆ­α‰£αˆαŠ•αŒ­ αˆ°αˆ›α‹­ ሡር
αŠ’α‰²αŠ¬αˆͺα‹«αŠ•αˆ΅ α‰ α‰°αˆˆαˆ˜α‹°α‹ αŠ•α‰ƒα‰΅αŠ“ α‰°αŠαˆ³αˆ½αŠα‰΅ α‰€αŠ“α‰½αŠ•αŠ• α‰ αˆ΅α–αˆ­α‰³α‹Š αŠ₯αŠ•α‰…αˆ΅α‰ƒαˆ΄ αŒ€αˆαˆ¨αŠ“αˆ
#etcare #icare #youcare #wecare
@etcareofficial


Etcare namoota promotion Arba Minch galmaan.gahan 100 ol fudhatee gara Arba Minch deemaa jira.

Bon Voyage


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Promotion Arba minch namoonni galmaan gahan deemsa eegaluuf.
Guyyaan: Guraandhala 8 hamma 11tti.
Turtii guyyaa 4 fi halkan 3 ni taasifna.
Baasii tokko malee waliin dabarsina.
Congratulation for Promotion Achievers
@etcareofficial


EENYU EEGAA JIRTA?
~
Dhaamsa #Trump hoggantoota Afrikaaf dhaame.
1. Lammii kee ati mataa keessa dhiittee bulchitu eenyu akka siif kabajuuf yaadda.
2. Biyya qabeenya uumamaan badhaate ati misoomsuu dadhabde eenyu dhufee akka siif misoomsu barbaadda?
3. Biyya ofii keetiif qabeenya isaa saamtee ittiin of ijaartu eenyu Akka siif ijaaru barbaadda.
4.Biyya ofii keetiif sirna barnootaa laamsha'aa Fi eegumsa fayyaa tirataadhaan dhamaafte eenyu dhufee akka siif tajaajiluuf yaadda?

Duraan gabrummaatu nu miidhe jechuun sababeeffattuu ,amma erga mirga ofiin of bulchuu argattanii yoo xiqqaate waggoota 60 ol ta'eera.
Ergasii maal hojjachaa Akka jirtan eenyu Akka dhufee siif madaalu barbaaddu?
Jechuun Hoggantoota Afrikaa qeeqaniiru.
~
Qeeqa roga qabuudha kun.
Atis eenyullee akka si jijjjiruuf hin eegiin.
Jijjiirramuu yoo feete atuu gahaadha jireenya keef!


YAADACHIISA
~
Chaanaaliin kun kana dura leenjiwwan adda addaa karaa barreeffamaan kennaa turuun isaa ni yaadatama.
Hanga ammaatti namoonni hedduun irraa fayyadamanii jiru.
~
Amma sadarkaa tokko ol guddisuutti jirra.
Yeroo dhiyootti leenjiwwan jireenya namaa jijjiiruu danda'an tamsaasa kallattiitin/LIVE) kennuuf haalduree hundumaa xumurree jirra.
~
Yeroo dhiyootti nu eegaa!
Thpught Power


Rakkinni jireenya kee keessa ni jiraa?

Falli ati qabdu lama.
Furmaata barbaaddee gara milkii deemuu ykn abdii kuttee baduu!


GAMMACHUU ONNEERRAA MADDE!
~
Namoota Etcare naaf kenne keessaa tokko Tazarraadha.
Ani guyyuma si argadhun carroome.
Ati nama callisaadha,garuu ogeessaf xiiqa'aadha. Edaa ogummaan callisuu keessa jira.
Anuu reefu naaf gale.
~
Arba Minch Promotion galmaan gahuu keef gammachuu koon callisee dhandhamaa jira.
Callisuu sirraan barekaa


NETWORK MARKETING'N INDAASTIRII KAM CAALAYYUU MILIYENAROOTA UUMEE JIRA

#ERIC_WORRE

Namoonni System kanatti makamtanii na waliin dalaguu feetan na dubbisaa

@amdivine9


HABIT TRAINING
~
JIREENYA KEE JIJJIIRUU FEENAN BARSIIFATA KEE JIJJIIRI.

ETCARE DAMEE ADAAMATTI LEENJIIN BARSIIFATA MILKIIF NU GEESSU GABBIFACHUU BIFA BAREEDAA TA'EEN EEGALEE JIRA.

DHAABBATA KANA WALIIN HOJJACHUUN KOO EEBBIFAMUUDHA!

#ETCARE


Mindaan qoricha abjuu kee siΒ  dagachiisuuf siif kennamuudha.
#Kevin O'Leary

@thoughtpower_369


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Maal Irra Baratta?


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
αŠ¨α‹΅αˆ…αŠα‰΅ αŒ‹αˆ­ αŠ₯αŠ•α‰…αˆα αŠ₯αŠ•α‹°αˆαŠ• α‹«αˆˆ αŠα‹?
@tazeman21

https://t.me/opportunity369


Barmaatilee Bilchaatotaa
~
Akkuma beekkamu Network Marketing''n naamusa fi sirna qabeessummaa irratti kan hundaa’eedha. Milkaa’uuf qorannoo Siistamaa fi hojii bira darbee ilaalchi ati jireenyaa fi sochiin guyyaa guyyaa kee maallaqa argattu fi dhabdu irratti kallattiinis ta’e al-kallattiin dhiibbaa qaba. Jireenya kee bilcheessi. Mee namoota bilchaatan irraa waanan arge isiniif yaa himu.
~
🌱
Yeroo bilchaattu🌱
πŸ“Œ Waan xixiqqoo ajaa'ibsiisuu ni dhiista.
πŸ“Œ Dhiifama heddu goota
πŸ“Œ Yaada bilisaan baasta
πŸ“Œ Garaagarummaatti amanta
πŸ“Œ Jaalala kennita
πŸ“Œ Salphaatti hin murteessin.
πŸ“Œ Jechoota hiika hin qabne tokko tokko irraa ni fagaatta.
πŸ“Œ Garmalee hin gammadin
πŸ“Œ Uumaattis ni amanta.
ο»Ώ
Guyyaa gaarii qabaadhaa!

15 last posts shown.