YAADACHIISA
~
~
Chaanaaliin kun kana dura leenjiwwan adda addaa karaa barreeffamaan kennaa turuun isaa ni yaadatama.Thpught Power
Hanga ammaatti namoonni hedduun irraa fayyadamanii jiru.
~
Amma sadarkaa tokko ol guddisuutti jirra.
Yeroo dhiyootti leenjiwwan jireenya namaa jijjiiruu danda'an tamsaasa kallattiitin/LIVE) kennuuf haalduree hundumaa xumurree jirra.
~
Yeroo dhiyootti nu eegaa!