WIIXATAA FI MILKII
~
Guyyaa kanaan namoonni hedduun gurraacha(Black monday) jedhuun.
Nuti immoo abjuuf mul'ata warri qabnu guyyaa adii(bright day) jennaan. Torbee keessaa guyyaa jalqabaati.
Wiixata keenya injifannee oollan torbee injifachuun salphaadha.
Baga Wiixata guyyaa jaalalaa geessa.
Thought Power