Isaayaas 45:⁹
~~~~~
Nama uumaa isaa qoccoluuf wayyoo!
Inni akka suphee
harka nama qodaa suphee dha'uu
keessa jiruu ti;
supheen dhooftuu isaatiin,
“Ati maal hojjetta?”
jechuu danda'aa ree?
Wanti inni dha'es,
“Ati harka hin toltu”
ittiin jechuu danda'aa ree?
~~~~~
Nama uumaa isaa qoccoluuf wayyoo!
Inni akka suphee
harka nama qodaa suphee dha'uu
keessa jiruu ti;
supheen dhooftuu isaatiin,
“Ati maal hojjetta?”
jechuu danda'aa ree?
Wanti inni dha'es,
“Ati harka hin toltu”
ittiin jechuu danda'aa ree?