#Of eeggannoo🚨
"Hawaasni #mana dhabuu fi barbaachisummaa isaa hubatee Bulchiinsi Lootorii Biyyaalessaa Itiyoo-Telekoom waliin ta'uun Birrii miiliyoona 100 ramaduuf hojjechaa jira," jechuun odeeffannoon miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru guutummaatti #soba.
Ergaan miidiyaa hawaasaa irratti naanna'aa jiru kun gowwoomsitoonni hawaasa #gowomsuuf kan uumanidha.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
📡 MIIDIYAA @ABDII_SABAA_MEDIA 📡
📚ODEEFFANNOO BARNOOTAAF 📚
https://t.me/yunversity