WhatsApp, akkaataa ittiin namoota waliin qunnamtan fooyyessuuf jijjiirama guddaa fideera. Kanaan dura namoota waliin wal qunnamuuf lakkoofsa bilbilaa keessan kennuun dirqama ture; amma garuu akka Telegram irratti, "Username" fayyadamuun wal qunnamuu dandeessu.
Akkaataa itti Username keessan uumattan:
1. WhatsApp banadhaa.
2. Settings keessa seenaa.
3. Account cuqaasaa.
4. Username kan jedhu filuun, maqaa barbaaddanitti fayyadamaa.
Yeroo ammaa feature kana fayyadamuun odeeffannon dhunfaan keessan akka eegamuufi akka salphaatti namoota biraa waliin wal qunnamtan taasisaa!
#WhatsApp #TechnologyUpdate #UsernameFeature #DigitalPrivacy
https://t.me/AmuTechn