AMU TECH


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Technologies


A place for developers, designers, and tech lovers to collaborate and learn. Join our growing community!
Buy Ads👇
https://telega.io/c/AmuTechn
😎CEO @MAABABID

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


🪙🔼🔼🔼
BREAKING: $75,000 Bitcoin


Forward from: AMU TECH
Airdrop haaraa
67 jedhama Airdrop gatii guddaa baasu jedhamee eegamaa jira. Hundeessaan Telegram @monk hojii kana duuba jiru. Booda gaabbuu irra amma hojjechuu yoo jalqabdan isiniif wayya.

Jalqabuuf👇
https://telegram.me/sixsevenclub_bot/app?startapp=ref_26e83b11


https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


Forward from: Pavel Durov
1️⃣3️⃣ Telegram turns 13 today.

For over half that time — the past 7,5 years — it's been one of the 10 most downloaded mobile apps in the world.

A whole generation has grown up with it 💪

🎂 Happy birthday, Telegram!


💲 Qarshii karaa online hojjechuu warri barbaaddan qofaaf


Yoo Telegram irratti Active taatan guyyaatti Qarshii 500+ hojjettanii karaa Telebirr yookaan karaa CBE Withdraw goochuu dandeessu.

Step kana sirnaan hordofaa

1️⃣ Bot kanaa gaditti argitan Start godhaa

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

2️⃣ Channel warra siniif dhufan tokko tokkoon Join goochuun Verify membership kan jedhu tuqaa

3️⃣ Yoo channel qabaattaniifi kaayyoon keessan qarshii argachuu ta'e I want to Earn Money kan jedhu tuqaa.

4️⃣ Bilbila keessan Verify Godhaa.

5️⃣ Channel yoo qabaattan My channels jala seenuun Add godhachuu dandeessu.

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

✅ Step kanneen sirnaan yoo xumuurtan akka xumuurtaniin Qarshii 1 ETB akka bonus tti siniif kennama.


👱 Nama tokko yeroo affeertan Qarshii 1 ETB siniif laatama.✅

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=6dda1192

🔗https://t.me/AmuTechn
🔗https://t.me/AmuTechn


Airdrop haaraa
67 jedhama Airdrop gatii guddaa baasu jedhamee eegamaa jira. Hundeessaan Telegram @monk hojii kana duuba jiru. Booda gaabbuu irra amma hojjechuu yoo jalqabdan isiniif wayya.

Jalqabuuf👇
https://telegram.me/sixsevenclub_bot/app?startapp=ref_26e83b11


https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


🔸Bot Kun Habesha Farmer l jedhama.

🔰Nama affeeruu fi task hojjechuun kaffala

🔸Task 1 yoo hojjettan birrii 25 kenna
🔰Nama 1 yoo affeertan birrii 2 argattu

💸 Kaffaltii keessan karaalee gadiitiin fudhachuu dandeessu

🔸Telebirr
🔸CBE
🔸Binance


🔗 Eegaluuf 👉 https://t.me/Habesha_farmerbot?start=5204557115

https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


Forward from: Qormaata Ministirii Kutaa 6ffaa fi 8ffaa
Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame.
----------------
BBO - Adoolessa 24/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera.
Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera.

Qormaata kan fudhatan barattoota dhiira 267,307
dubara 249,902
#walitti :517,209 ta'an keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban dhiira - 243,827 (91.2%)
dubara -221,012 (88.4%)
#walitti - 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera.

Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf #Liinkii asii gaditti dhihaate banuun;
#Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun
#Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu.

Liinkii:- https://oromia6.ministry.et


Gaaffii yoo qabaattan asiin nu quunnamaa
Channel👇
https://t.me/QormaataMinistiriikutaa6fi8

Group👇
https://t.me/Qormaatakutaa6fi8ffaa


Forward from: Qormaata Ministirii Kutaa 6ffaa fi 8ffaa
#BEEKSISA
-------------
Barattoota Qormaata #Kutaa_6ffaa_Bara_2018 Fudhatan Hundaaf.
----
BBO - Adoolessa 23/2018 Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaa Bara 2018 Guyyaa Boruu, Adoolessa 24/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 - 6:00tti waan ifoomuf channel Telegram keenyarratti akka hordoftan isin beeksifna.

Channel 👇
https://t.me/QormaataMinistiriikutaa6fi8

Group 👇
https://t.me/Qormaatakutaa6fi8ffaa


🏦 Akkuma argitan application kun kan CBE bank yoo ta'u CBE CONNECT jedhama

📱 Amma kunoo akkuma argitan option ittiin paypal waliin connect ta'uu danda'u fidee jira

💰 Yeroo dhiyootti immoo paypal banuun ethiopia keessatti baayyee salphaa akka ta'u abdiin qaba

✅ Kana jechuun yeroo amma namoonni hojii online garaagaraa hojjettanii paypal irraa maallaqa qabdan karaa salphaa gara CBE connect dabarsuun baafachuu dandeessu jechuudha

☕️ Odeeffannoo dabalataaf channel keenya join gochuu hin dagatiinaa

https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


💵 Qarshii karaa online hojjechuu warri barbaaddan qofaaf


Yoo Telegram irratti Active taatan guyyaatti Qarshii 500+ hojjettanii karaa Telebirr yookaan karaa CBE Withdraw goochuu dandeessu.

Step kana sirnaan hordofaa

1️⃣ Bot kanaa gaditti argitan Start godhaa

https://t.me/Fana_Ads_bot?start=1c8c87bf

2️⃣ Channel warra siniif dhufan tokko tokkoon Join goochuun Verify membership kan jedhu tuqaa

3️⃣ Yoo channel qabaattaniifi kaayyoon keessan qarshii argachuu ta'e I want to Earn Money kan jedhu tuqaa.

4️⃣ Bilbila keessan Verify Godhaa.

5️⃣ Channel yoo qabaattan My channels jala seenuun Add godhachuu dandeessu.


✅ Step kanneen sirnaan yoo xumuurtan akka xumuurtaniin Qarshii 1 ETB akka bonus tti siniif kennama.



👱 Nama tokko yeroo affeertan Qarshii 1 ETB siniif laatama.




✅ Namota Telega.io fayyadamaa jirtan maraaf
Kana dura akkuma beektan telega.io irraa maallaqa keessan baafachuuf dirqama 100$ gahuu barbaachisa ture.

✅ Kanaaf namoonni baayyeen keessan maallaqa keessa nama biraa waliin bakka tokkotti baafachaa turtan

✔️ Amma garuu telega.io irraa maallaqa baafachuuf 20$ qofaa qabaachuun gahaadha

☕️ Telega.io warri hin jalqabne link gadiitiin seentanii galmaa'uu dandeessu

🔗 Link 👉 https://telega.io/?r=uhri0YL8ffzl

https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


#Breaking_News

🏦  Baankiin Biyyooleessaa akeekkachiisa baaseen, qabeenya dijiitaalaa (Digital Asset) kamiyyuu erguun, bituun, ittiin daddabarsuu fi exchanges adda addaa irratti kaahuun dhorkaa ta'uu isaa beeksiseera.

✔️ Kanaan dura daddabarsi P2P qofti kan dhorkame ture ta'us, ammma garuu platform-oota akka Binance fayyadamuuni fi isaan irratti qabeenya dijiitaalaa adda addaa kuusuun hojii seeraan alaa ta'uu ibsa kaleessa baaseen hubachiiseera.

➡️ ​Gara fuulduraatti Itiyoophiyaa keessatti platform-oonni Exchange ta'an cufamuun isaanii carraa ol aanaa waan qabuuf, hordoftoonni chaanaalii kanaa of eeggannoo godhaa.

✅ Haala kamiyyuu keessatti bilbilli keessan sakatta'amuu waan danda'uuf, app-oonni exchange kunniin fuula dura bilbila keessanii irratti mul'achuu dhabuu isaanii mirkaneeffadhaa.

✅ Haalli kun kanaan kan itti fufu taanaan, (trade) mataan isaa dhaabbachuu danda'a.


https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


🔸Bot Kun Habesha Farmer l jedhama.

🔰Nama affeeruu fi task hojjechuun kaffala

🔸Task 1 yoo hojjettan birrii 25 kenna
🔰Nama 1 yoo affeertan birrii 2 argattu

💸 Kaffaltii keessan karaalee gadiitiin fudhachuu dandeessu

🔸Telebirr
🔸CBE
🔸Binance


🔗 Eegaluuf 👉 https://t.me/Habesha_farmerbot?start=5204557115

https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


WhatsApp, akkaataa ittiin namoota waliin qunnamtan fooyyessuuf jijjiirama guddaa fideera. Kanaan dura namoota waliin wal qunnamuuf lakkoofsa bilbilaa keessan kennuun dirqama ture; amma garuu akka Telegram irratti, "Username" fayyadamuun wal qunnamuu dandeessu.
Akkaataa itti Username keessan uumattan:
1. WhatsApp banadhaa.
2. Settings keessa seenaa.
3. Account cuqaasaa.
4. Username kan jedhu filuun, maqaa barbaaddanitti fayyadamaa.
Yeroo ammaa feature kana fayyadamuun odeeffannon dhunfaan keessan akka eegamuufi akka salphaatti namoota biraa waliin wal qunnamtan taasisaa!
#WhatsApp #TechnologyUpdate #UsernameFeature #DigitalPrivacy

https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Baga Gammaddan Warroonni hojii online hojjechuu barbaaddan bot bareedan tokko dhufee jira nutis irraa withdraw goonee mirkaneeffaneerra. Kan isinirraa eegamu link kana gadi tuquun bot start gootanii keessa gaafa seentan akka video irraa agartan kanatti waan barbaddan kamuu search gaafa gootan dollar isiniif kennaa deema darbees hiriyyoota keessan afferuun walitti qabachuu dandeessu!
Link kunoo👇
https://t.me/mysearch?start=ID1SbnunzKIHD9Kzf0_ZFNCWdcENwFAXvRdDLXVuxHk

⚠️Wanti akkasii baay'ee hinturu waan ta'eef dafaa fayyadama
https://t.me/mysearch?start=ID1SbnunzKIHD9Kzf0_ZFNCWdcENwFAXvRdDLXVuxHk
https://t.me/mysearch?start=ID1SbnunzKIHD9Kzf0_ZFNCWdcENwFAXvRdDLXVuxHk

Akkas jedhaa search godhaa
👉Make money
👉Crypto News
👉Online job

https://t.me/mysearch?start=ID1SbnunzKIHD9Kzf0_ZFNCWdcENwFAXvRdDLXVuxHk


https://t.me/AmuTechn
https://t.me/AmuTechn


🔥🔥🔥 Oduu gammachiisaa!

Amma irraa kaasee hanga boru sa'aatii kanaatti internetii daangaa hin qabne (Unlimited) kennameera.

📲 Bakka "Free Internet" jedhu tuquudhaan appichaa buufadhaa
; 👇👇👇


Booooooooooooooooooooooooooooooommm

Taphoota waancaa Addunyaa fi Jijjiirraa taphattoota kilaboota Awrooppaa hanga Afriikaa saffisaan bakka tokkotti Argachuuf, Amma bakka GET jedhu tuquun maatii keenya ta'aa, Carraa gaarii👇👇👇


Gadhiifameera 🔥🔥🔥

Diraamaan Hiree Jaalalaa Kutaa 83ffaan gadhiifameera!

bakka JOIN jedhu tuquun seenaa daawwadhaa
! 👇👇


Goooooooooooooooooooooooooooooolllll

Tapha waancaa Addunyaa Amma Ispeen taphataa jirtuun, LAAMIN Yamaal Goolii Akkamii galchee 🙆‍♂️

Amma LIVE bakka jedhu tuquun goolii YAMAL laaluu dandeessu👇👇👇

20 last posts shown.