#Breaking_News
🏦 Baankiin Biyyooleessaa akeekkachiisa baaseen, qabeenya dijiitaalaa (Digital Asset) kamiyyuu erguun, bituun, ittiin daddabarsuu fi exchanges adda addaa irratti kaahuun dhorkaa ta'uu isaa beeksiseera.
✔️ Kanaan dura daddabarsi P2P qofti kan dhorkame ture ta'us, ammma garuu platform-oota akka Binance fayyadamuuni fi isaan irratti qabeenya dijiitaalaa adda addaa kuusuun hojii seeraan alaa ta'uu ibsa kaleessa baaseen hubachiiseera.
➡️ Gara fuulduraatti Itiyoophiyaa keessatti platform-oonni Exchange ta'an cufamuun isaanii carraa ol aanaa waan qabuuf, hordoftoonni chaanaalii kanaa of eeggannoo godhaa.
✅ Haala kamiyyuu keessatti bilbilli keessan sakatta'amuu waan danda'uuf, app-oonni exchange kunniin fuula dura bilbila keessanii irratti mul'achuu dhabuu isaanii mirkaneeffadhaa.
✅ Haalli kun kanaan kan itti fufu taanaan, (trade) mataan isaa dhaabbachuu danda'a.
https://t.me/AmuTechn