π Namni Waaqa irraa araara kan argatu nama biraatiif araara taasisuu yoo danda'e dha.
π Bu'aa ba'iin jireenya keessa jirru kamiyyuu hammam guddaa ta'us nuti guddina rakkoo sanaa oli dha.
π Waaqni waan nuti baachuu hin dandeenye nuuf hin kennu.
π Baduu/kufaatii/du'uu/raakama/ rakkina namaatti ni gammadda yoo ta'e ati nama fayyaa faakkaatu garuu, dhibamaa dha.
π Namni of jaalatu nama biraas jaalachuu qaba.
π Namni du'uu nama biraaf fiigicha tolu gufuu badiinsa sosocho'aa namoota dura bu'u ijji namoota hedduu ilaaltu fi ijji muraasni argitu dha.
π Hamaa ta'ee namni dhalate kamiyyuu hamma hin jirretti hamaa ta'anii jiraachuuf wanti nama dirqamsiisuu hin jiru.
π Adunyaa/dachee tokko kan taasise Waaqa dha.
π Iyyi ollaa keenyaa akkuma nu jeequ gammachuun isaaniis nu gammachiisuu qaba.
π Adunyaan kun namoota mirga isaanii baayyee beekanii fi dirqama isaanii hedduu dagan baayyee baattee jiraatti.
π Namni kan jiraatu jaalatee qofa utuu hin taane dirqama dha. Jireenyi/jiraachuun dirqama dha.
π³ Dhiironni waan tokko ibsuuf jechoota muraasa fayyadamu; dubartootni waan walfakkaataa sana ibsachuuf jechoota hedduu fayyadamu.