✍ Dhalli namaa albuuda gita hin qabne kan Waaqni kenneef qabatee dachee kana irra jiraatu dha. Namoonni naannoo kee jiran hundinuu albuuda gosa adda addaa qabatanii jiraatu. Ati ofii keetii, naannoo keetii adunyaa dhaaf albuuda guddaa dha.
✍ Qaroominni seera Waaqaa fi safuu fi safeeffannaa hawaasaa eegudha.
Amalli waan baayyee beekamaa dha. Amalli jireenyaa garuu beekamaa miti.
✍ Fageenyi namni dachee waliin qabu fagoo dha. Dhiyeenyi Waaqni dhala namaa waliin qabu dachaa hedduu hamma dachee waliin walirraa fagaatu dha.
✍ Namni utuu jiruu afuuraan ni du'a. Namni afuurri isaa due akka dibbee sagalee qofaa dhageessisuuti. Namni afuurri isaa du'e homaanuu ol hin jedhu.
✍ "Namootni ilaalcha badaa qaban jannata keessattuu rakkoo tarreessuu fi namootaa fi wantoota himachaa/komachaa dogoggorawwan hedduu argaa jiraachuu danda'u."
✍ Rakkinni qoraasuma jireenyaa lubbuu qabeeeyyii hundaa ti.
Coba Yaadaa 💧✍️