#Biil Geetis eenyuudha?? Seenaan gabaaba nama kanaa kunooti!! 👇👇
✅ Biil geetis abba qabeenya addunyaa keenya kan ta’ee fi paawul allen wajjiin ta’uun kaampaaanii “MICROSOFT” hundeessuun kan beekkamudha. Akkasumas haadha manaa isaa wajjiin ta’uun hojii tola ooltummaa inni hojjatuun baldhinaan kan beekkamuu dha. Biil geetis waashiingten keessatti onkololeessa 28, 1955 dhalate. Abbaan isa nama seeraa yommuu ta’uu haatii isaa immoo aangoowwan adda addan mootummaa tajaajiluun beekkamuu.
✅ Biilgeetiis umurii ijoollummaa 13tti turee jaalala sooftiweerii koompitaraa kan horate.Biil geetis koompitaraaf jaalala guddaa qabaatuus kitaaba dubbisuuf jaalala garmalee qaba sababa kanaan maatiin isaayyuu ijoollee biro waliin walittii madaquu irrattii rakkoon akka isa hin mudannee shakkii qabuu ture. Biil geetiis piroograamii ibsaa tiraafika to’atu hojjechuun qarshii doolaaraa 20,000 kan argatee umriii ijoollummaa isaa 15 ture. Maatiin isaa akka inni sirrittii baratee akka abbaa isaa nama seeraa ta’uu waan barbaadaniif hojii inni jaalattuu kana akka dhaabuu isa taasisan.
✅ Sana booda, barumsa sadarkaa lammaffaa irraa qabxii olaanaa galmeesisuun yuunivarsitii haarvaard seenuu danda’eera. Dhiibbaa maatii isaa irraan kan ka’ee barumsa seeraa isaa barachuuf karoorsus bara jalqabaa isaattii barumsa dhiisee daree koompitaraa deemaa ture. Sana booda garuu barumsa isaa addan kutee hiriyyaa isaa paul alleen wajjiin ta’uun kaampanii Microsoft bara 1975 hundeessaniiruu.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔

#Kutaa 2ffaan itti fufaa........👍
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔