A.L.Ati bara 1976 Kalifoorniyaa magaalaa Los Angeles keessatti, ogeessonni fayyaa yeroo dheeraaf duula hoji dhaabuu jalqabanii turan. Haa ta'u malee, yeroo kanneen keessatti hospitaalota adda addaa keessatti namoonni dhukkubsatanii du'an lakkoofsi isaanii %18'n gadi bu'e ture!! 🤔
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔