Kana beektuu❓️
Taphataan sarara fuulduraa Biraazil yeroo lama waancaa addunyaa kan injifate Roonaaldoo Naazaariyoon taphataa garee biyyaalessaa waliin taphate waancaa hunda injifateera. garuu, yeroo Maadriid, Intar Miilaan, A.C.Miilaan, Peeskaaraa fi Baarseloonaa turetti waancaa Shaampiyoonsi Liigii tokkollee injifachuu hin dandeenye. Akkuma Zlaataan milkaa'ina Chaampiyoonsi Liigii hin dhandhamne.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔

Ronaldoo warri jaallattan ❤️
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔