#Kunis jiraa!! 🙌
Baadiyyaa magaala Vietnam tokko keessatti akkuma isin suuraa irraatti argitan maatiin ijoollee isaanii pilaastiki cimina qabu keessa kaa'uun laga ceesisuu!!
Kanas kan godhaniif, ijoolleen kun jiidhi tokko illee osoo itti hin bu'in daree barnoota isaanii akka gahaanii fi olmaa miidhagaa akka qabaataniifidha!! 😊
Respect 🫡
⚡Join @Dambalii_beekumsaa🔔