▫️Seena ajaa'iba 🥰
-Jaalala kilabii fi Jaalala hiriyyaa dhugaa♥️👏
Namni Suura irratti argitan kun deegara Liivarpuulit tapha Anfiild irratti taphatamu guutuman guututi hanga jechun danda'amuti ni hordofa wanti nama ajaa'ibuu taphoota laalu isaa osoo hin taane namni kun jaamaa(nama ija hin qabne )ta'uu isaati garuu waan ta'aa jiru arguu baatus hiriyyaan isaa yeroo hunda isa wolin dirre seene sagalee guddaadhaan wan ta'aa jiru hunda itti hima.
⚡Join @Dambalii_beekumsaa 🔔