⛔️TeleBot Creator (TBC)⛔️
📚Seensa TeleBot Creator
🔰TeleBot maali?
📛TeleBot Creator yeroo baayyee TBC jedhamee waamama.
TBC irratti command sasalphaa fayyadamuun salphaatti Telegram bot uumuu kan danda'amudha.
TBC'n akka afaan coding tti Paayitoon(python) qofa deeggara.
🔰TeleBot maaliif fayyadamna?
📛TeleBot Creator (TBC) telegram bot bilisa irratti waan hojjennuuf filannoo gaarii taasiseera.😅
🔰TBC( Telebot Creator) kaffaltii qabaa?
📛TBC irratti hojjechuun kaffaltii hin qabu 100% free dha.
Garuu yoo nuti plan kan free fayyadamne bot keenya irratti beeksisni ni dhufa kan nu hin fayyadne.
Garuu dhaabbata TBC isaaniin fayyada.
Yoo plan keenya upgrade goone garuu beeksisni bot keenya irratti hin galu juchuudha.
👨💻@DERO_TIPS