Educational News


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Education


All about Educational News!

Related channels  |  Similar channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Education
Statistics
Posts filter


Oromia Educational News:
Namoonni 📢Channel kana(@Oromia_Educational_News) bituu barbaaddan gatii dhaabbataa 2,300 dhaan bituu dandeessu.

✉️ Bituuf -> @BEK_I


Okx እና Bybit ያሰባችሁ ካላችሁ wallet Verify ማድረግ ግዴታ ነው !

Verify ማድረግ የማትችሉ Telegram wallet መጠቀም ትችላላችሁ ።

እንዴት Bybit, okx እናገናኝ የምትሉ ነገ ስለሆነ እስከነገ ጠብቁ


August 16th dogs$ ወደ Telegram wallet , Okx , Bybit Claim ማድረግ ትችላላችሁ ።

👆እዚህ ጋር Fee የለም

-------------------------------------------------------

August 20th ጀምሮ ደግሞ Non custodial ወደ ሆኑ Wallet Claim ማድረግ ትችላላችሁ ።

Non custodial ሲባል Ton keeper የመሳሰሉት ናቸው !

ግን ወደ Non custodial wallet withdraw ስታደርጉ Ton or Star Fee አለ Amount አልተገለፀም ።


#Iddoo_Qormaataa_Fooyya'e

Buufataalee Qormaata Seensaa Manneen Barnootaa Bultii Addaa Akkaataa Gabatee Armaan Gadii Irraa Hubachuu Dandeessu.


▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


#National_Exam

አገር አቀፍ የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና የሁለተኛ ቀን ፈተናዎች ዛሬ ይሰጣሉ፡፡

በጠዋቱ መርሐግብር የስኮላስቲክ አፕቲትዩድ ፈተና የሚሰጠ ሲሆን፤ ከሰዓት የጂኦግራፊ ትምህርት ፈተና ይሰጣል፡፡

የመጀመሪያው ዙር የማኅበራዊ ሳይንስ ተማሪዎች ፈተና እስከ ነገ ሐምሌ 5/2016 ዓ.ም እንደሚሰጥ ይታወቃል።

ምስል፦ ባህርዳር ዩኒቨርሲቲ
https://t.me/Ethio_Education_News
https://t.me/Ethio_Education_News


Qormaata Seensaa  Ifa Boruu Bultii Addaa fi ODA (WMO)

Kan Bara 2015

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


Qormaata Seensaa Ifa Boruu Bultii Addaa fi ODA (WMO)
Kan Bara 2013

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


Barattoota barana Qormaata Kutaa 8ffaa fudhattanii qabxii olaanaan darbitaniifi kanneen magaalaafi naannoo Adaamaa jiraattan Maraaf.

Yunivarsiitiin Adama Bara Barnootaa 2017'f Barattoota kutaa 9ffaa simachuuf beeksisa baasee jira.

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


Forward from: Gaammee Media
🆘 Namoonni $Not🤑 ykn $AVACN gurguruuf akkasumas sababoota biraaf $TON 🤑 barbaaddan gatii madaalawaan nu biraa argachuu dandeessu.

🤑$TON FOR Sell

✉️Amanamummaan fi Saffisaan isin keessummeessina. Nu dubbisuuf ➡️@BEK_I

🆘Karaalee Kaffaltii ⬇️
✅ CBE 🏦
✅ TELEBIRR 🏦


Guyyaa _ Dilbata 28/11/2016
#BEEKSISA

#Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaafi_Manneen_Barnootaa_Sad_2ffaa barattoota qormaata naannoo xumura kutaa 8ffaa bara 2016 qabxii olaanaa galmeessisaniifi ulaagaalee qophaa'an guutan dorgomsiisee bara barnootaa 2017f fudhatanii barsiisuu barbaadu

Kanaafuu, barattootni ulaagaa guuttan galmaa'aa; dorgomaa; darbaa; baradhaa!

Ulaagaa Simannaa Barattoota Kutaa 9ffaa Manneen Barnoota Addaafi Bultii Addaa Bara 2017

#1_Ulaagaalee_Galmee
➢ Qormaata naannoo kutaa 8ffaatiin qabxiin giddugaleessaa (Average) dhiiraaf 85%fi isaa ol,
Shamarraniif 82%fi isaa ol kan qaban
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kanneen
qaban.
Naannoo Horsiisee Bulaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- % 82 Dub- %80
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban
Qaama Miidhamtootaaf- Qabxii G/Galeessaa Qormaata kutaa 8ffaa Dhi- %82 Dub- %80
➢ Tiraaniskiriiptii kutaa 7ffaa fi 8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 85%fi isaa ol, Shamarraniif 75%fi
isaa ol;
➢ Tiraaniskiriiptii gosa barnootaa Afaan Ingilizii fi Herregni qofaatti shallagamee kan kutaa 7ffaa fi
8ffaa giddugaleessaan dhiiraaf 75%fi isaa ol, akkasumas Shamarraniif 70% fi isaa ol kan qaban.
Umrii yeroo kutaa 9ffaa seenu waggaa 16 kan hin caalle

#2_Guyyaa_Galmeefi_Bakki_Galmeen_Itti_Geggeeffamu:

#Guyyaa_Galmee: Hagayya 06 hanga 10/2016 ta' a

#Iddoo_Galmee: Naannoo Oromiyaatti Wajjira Barnoota Aanaaleefi Bul/Magaalotaa hunda keessatti, akkasumas Waajjira Barnootaa
Kutaalee Magaalaa Shaggariifi Finfinnee keessatti galmeen ni gaggeeffama.

Qormaatni seensaa Hagayya 24/2016 barreeffamaan jiddu gala (buufata) 24 keessatti kennama

qormaanni barreeffamaa jiddugala 24 irratti kan
kennamu ta’ee iddoon isaa Godinaaleefi Magaalotaaf keessaan kan beeksisnu ta'a.
Guyyaa Qormaataa- Hagayya 24/2016

#Barataa_Qormaata_Darbe_Iddoo_Ramaddii: Barattootni Qabxii darbinsaa fiduun darban Manneen barnootaa bultii addaa BBOfi WMOn ramadutti barachuuf qophii kan qabu/du ta’ee kanneen hafan qabxii darbinsaa Biiroon murteessee
beeksisuun MBA Yunivarsiitii, Godinaaleefi Magaalotaan bulaniifi isaanitti dhiyoo ta’anitti galmaa’uun
barachuu kan danda’an ta’uu ni hubachiifnu.

#Hubachiisa:- Odooffannoowwan hunda
Channel kana irratti isin biraan geenya.
Channel keenyaa hordofaa.

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


Post kanaa gaditti argitan Beeksisa waan ta'eef Maqaa Channel Keenyaa akka bakka hin buuneefi link achirraa tuquunis miidhaa dhufuuf kan nuyi itti hin gaafatamne ta'uu isinitti himuu barbaadna.


Amma hojjechuu jalqabee jira.
Karaa website kanaa galuun code keessan galchuun ilaaluu dandeessu.

https://oromia.ministry.et/#result


Ammaaf Website qabxii Irratti ilaallattan hojjechaa hin jiru kanaaf xiqqo turaa yaalaa.


Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 6ffaafi kutaa 8ffaa bara 2016 beekame.
--------
BBO- Adoolessa 25/2016 Qabxiin qormaata barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa bara 2016 har'a ibsameera.

Bara Barnootaa 2016 Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Keessatti Barattootni Kutaa 6ffaa qormaata naannoo #fudhatan dhi 255,145
dub 248,581
walitti 503,726
kan_darban_immoo,
kutaa 6ffaa
dhi 207,141
(81.18%)
dub 201,335
(80.99%)
walitti 408,476
(81.6 %)
gara kutaa 7ffaatti darbaiiru.

Kutaa 8ffaan immoo,
Kan_qoraman;
dhi 266,238 , dub 273,636
walitti 539,874
Qormaata kan darban immoo,
dhi 203,520 (%76.44)
dub 191,173 (69.86%)
walitti 394,693 (%73.11) gara kutaa 9ffaatti darbaniiru.

Kutaa 6ffaafi 8ffaa - adeemsa qabxii itti ilaallachuu danda'an
-----------------
Barattootni qabxii isaanii karaa Kompitara ykn bilbila isaanii irraa 'Link' asii gaditti kenname keessa galuun fuula 'Home Result' jedhu argattu.
Fuula kanarratti bakka lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun dhumarratti 'check result' kan jedhu tuquun qabxii keessan beekuu ni dandeessu.

Kutaa 6ffaaf
--------- https://oromia6.ministry.et/#result

Dabalataanis; telegraamii irratti . @emacs_ministry_result_qmt_bot

- 'start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,
- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Kutaa 8ffaaf
---------
Liinkiin asii gaditti kenname kan qabxii kutaa 8ffaa ittiin ilaalludha.
https://oromia.ministry.et/#result
Dabalataan, Telegraamii irratti @emacs_ministry_result_qmt_bot

- start' kan jedhu tuquun, itii aansee kutaa keessan filadhaa .
- itti aansuun Naannoo keessan filaa,

- itti aansuun lakkoofsa galmeefi maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan beekuu dandeessu.

Komii_yoo_qabaattan:

Barataan Komii Qabu Yoo Jiraate; Liinkii asii gaditti kenname keessa galuun komiisaa dhiheeffachuu ni danda'a.
Komiinis kan dhihaatu danda'u har'a irraa eegalee #guyyoota_hojii 10 keessatti qofa ta'a.

Kutaa 6ffaaf https://oromia6.ministry.et/#/complaint
yoo ta'u,

Kutaa 8ffaaf immoo https://oromia.ministry.et/#/complaint
fuula 'form' irratti gosa barnootaa komii irratti dhiheeffattan filachuun iyyannoo dhiheeffachuu ni dandeessu.

🎯 Hubachiisa: Dursitanii App. VPA cufuu qabdu.

Qabxii darbiinsaa
-------------
Kutaa 8ffaa
Dhiiraafi dubartii 50%fi ol yoo ta'u,
Naannawa horsiisee bulaatiif
dhiiraaf 48% , dubartiif 45%fi ol
Qaama miidhamtootaaf immoo,
dhiiraaf 45% , dubartiif 42 % fi ol ta'ee murtaa'eera.

#Qabxii_Manneen_Barnootaa_Bultii_Addaa_Galchanis_fuuldura_isin_beeksifna!

©Biiroo barnoota oromiyaa

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News


#ODUU_AMMEE

24/11/2016
Biiroon Barnootaa Oromiyaa #Barattoota_Kutaa_6ffaafi_8ffaa #miliyoona 1.4 ta'an Qormaata Naannoo Hanga Waxabajjii 05/2016 kennaa ture #boru 25/11/2016 #sa'aatii 2:30 booda #QABXIIN/FIRIIN/ akka ibsamu BBOtti Daayirektarri Qormaataafi Madaalli Barnootaa obbo Huseen Qaasim ibsaniiru.

Bu’aa qormaata kutaa 8ffaa naannoo Oromiyaa barattoonni karaa https://oromia.ministry.et/#/result ilaaluu ni danda’u.

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬
📚JOIN: @Ethio_Educational_News
📚JOIN: @EUEE_TIPS
📚JOIN: @Et_Study_Notes
📚JOIN: @Oromia_Educational_News

15 last posts shown.

8 385

subscribers
Channel statistics