#Miseensa polisii #Afrikaa kibbaa kan ture #Anderi #Stander, namni jedhamu bara 1977-1980 A.L.A jidduu baankota shororkeessaa ture. Yeroo laaqanaaf hojii irraa bahu baankii saamuun(hatuun), waaree booda qorataa yakkichaa tahun hojiitti deebi’a ture.😂😂😂