Facts and Knowledge


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


Did you Know?

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


#𝑩𝒆𝒆𝒌𝒖𝘮𝒔𝒂 𝒘𝒂𝒍𝒊𝒊 𝒈𝒂𝘭𝘢𝘢

🌌

▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂
✍️ Osoo 🛫 xiyyaaraan gara pilaanetoota kanneen biroo deemuun ni dandaa'ama ta'ee...

🛫 Xiyyaarri nuti ittiin deemnus sa'aatii 1 keessatti saffisa kiilomeetira 900 km balali'uu kan danda'u ta'ee, 🌍lafa irraa kaanee tokkoon tokkoon pilaanetootaa bira gahuuf:

◉
#𝐀𝐝𝐮 🛬 bira gahuuf waggaa 19 nutti fudhata.

◉
#𝐌𝐞𝐫𝐤𝐮𝐫𝐢𝐢 🛬 bira gahuuf waggaa 11.6 nutti fudhata.

◉
#𝐕𝐞𝐧𝐮𝐬(𝐁𝐚𝐤𝐝𝐚𝐥𝐜𝐡𝐚) 🛬 bira gahuuf waggaa 5.3 nutti fudhata.

◉
#𝐌𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢 🛬 bira gahuuf waggaa 9.9 nutti fudhata.

◉
#𝐉𝐮𝐩𝐢𝐭𝐞𝐫 🛬 bira gahuuf waggaa 80 nutti fudhata.

◉
#𝐒𝐚𝐭𝐮𝐫𝐧 🛬 bira gahuuf waggaa 162 nutti fudhata.

◉
#𝐔𝐫𝐚𝐧𝐮𝐬 🛬 bira gahuuf waggoota 34 nutti fudhata.

◉
#𝐍𝐞𝐩𝐭𝐮𝐧𝐞 🛬 bira gahuuf waggoota 552 nutti fudhata.

◉
#𝐏𝐥𝐮𝐭𝐨 🛬 bira gahuuf waggoota 774 nutti fudhata.

◆ 𝑻𝒖𝒕𝒊 𝑾𝒊𝒍𝒂𝒂𝒏𝒆𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒃𝒊𝒊𝒇𝒕𝒖𝒖𝒕𝒕𝒊 𝒏𝒂𝒂𝒏𝒏𝒂'𝒖𝒖 𝒊𝒅𝒅𝒐𝒐 𝒊𝒔𝒉𝒆𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒆𝒆𝒃𝒊'𝒖𝒖𝒇 𝒈𝒖𝒚𝒚𝒐𝒐𝒕𝒂 𝒇𝒖𝒅𝒉𝒂𝒕𝒖!💥💫
▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂▂

◉
#𝐌𝐞𝐫𝐤𝐮𝐫𝐢𝐢𝐧 biiftuutti naannoftee iddoo isheetti deebi'uuf guyyoota 88 (baatii 3 hin guunne)itti fudhata.

◉
#𝐕𝐞𝐧𝐮𝐬/𝐁𝐚𝐤𝐝𝐚𝐥𝐜𝐡𝐚 guyyaa 225 qofa

◉
#𝐋𝐚𝐟𝐚 keenya guyyaa 365 (waggaa 1)

◉
#𝐌𝐚𝐫𝐬𝐢 guyyaa 685

◉
#𝐉𝐮𝐩𝐢𝐭𝐞𝐫 waggaa 2

◉
#𝐒𝐚𝐭𝐮𝐫𝐧 waggaa 29

◉
#𝐔𝐫𝐚𝐧𝐮𝐬 waggoota 84

◉ 𝐍𝐞𝐩𝐭𝐮𝐧𝐞 waggoota 165 itti fudhata.🥺




#​​Miseensa polisii #Afrikaa kibbaa kan ture #Anderi #Stander, namni jedhamu bara 1977-1980 A.L.A jidduu baankota shororkeessaa ture. Yeroo laaqanaaf hojii irraa bahu baankii saamuun(hatuun), waaree booda qorataa yakkichaa tahun hojiitti deebi’a ture.😂😂😂


#Dinqisisoo Adunyaa kanaa. ✅

#Maxwell_Day Namni jedhamu Miila isaa digirii 157 Gara duubatti naannessuu kan danda’uu fi ittiin dhaabatee Deemuu kan danda’uu dha.
Maxwell Day Akka jedhutti yegguu miila isaa kana Naannessuu fi ittiin adeemu dhukkubbiin akka itti hin dhagamnes Dubbatee jira.🧑‍🩰🕺🤷‍♂️


#Cathie_Jung Dubartiin jedhamtu Ameerikaa kutaa United States kan jiraattu yoo taatu. mudhii xiqqaa qabaachuun Akka Adunyaa tti Ishee jalqabaa ti Dheerinni hojjaa ishee meetira 1.72 Yoo taatu Jung, mudhiin ishee seentimeetira 38.1 inchi 15, jechuudha.💃💃

#Kiim_Guudmaan dubartii ija guddaa addunyaa kanarraa qabdudha. Ija ishee Ala baasuu kan dandeessuu dha. Kanaanis Galmee dinqisoo Adunyaa kanaa irratti Riikardii qabattee jirti. Kiim amerkaa kutaa Chikaagoo, keessa jiraatti.😳😳😅




#Garry_Turner, lammii biyya England, kan ta’e gogaa Qaama isaa dheerina hanga seentimeetira 15.8 (6.25 in) dheeratutti diriirsuu nama danda’uu dha kanaanis ,akka Adduniyaatti nama duraa irratti argama🌚🌝





#C.Manoharan namni jedhamu dhalataa biyya India magaalaa madras jedhamtu yoo ta’u sekendii 30 keessatti raammolee lafarra adeeman 200 nyaachuu fi Bofa Lubbuu Qabdu kan maqaan ishee manu jedhamtu.Funyaan isaa keessaan Ol seensisuun Afaan isaa keessaan nama Baasuu danda’uu dha. Kanaanis Galmee dinqisoo Adunyaa irratti Ajab jedhameeti jira.🥸🫨😬



#EDWARD_MOODRAKE – ykn Abba fuula lamaa jedhamuun kan beekamu

Fuula lama kan qabu yoo ta’u, tokko fuulduraa, inni kaan immoo duubaan kan Uumamaan kalaqamee jiruudha Fuulli isaa inni lammaffaan jinnii itti fakkaate, hakiimonni akka buqqisan barbaadus garuu namni Fuula kana gidduu baqaqsuuf itti gaafatamummaa fudhatu hin argamne🤯🤯



#Jonathan_Lee jedhama. Suusii nama himachuu qaba hanga ammaatti abbaa qabeenyaa addunyaa kanaa #Bill_Gates, #phaaphaasii #Roomaa 16ffaa Benedikt dabalatee gara namoota 4000 ol ta’an irratti himata baneera. Galmeen dinqisiisoo addunyaa (#World_Guinness_books) Guinness, s namoota hedduu himachuutiin (kasasuutiin) addunyaarratti sadarkaa 1ffaa irra kaahuun maqaasaa galmicharratti barreesseera.
Yonaataanis kanaan gaheera jedhee hin dhiisne eeyyama koon ala maqaa koo maaliif galmee dinqisiisoorratti barreessitan jechuun isaaniinis himateera.
😁😄😂


👉Nikoolaas Tesilaa: jabaa harki daaraa ammaare!


✵Gaafa 𝑟𝑒𝑚𝑜𝑡𝑒'dhaan bakkuma jirtu teessee Tv irraa waan feete jijjiirrattu argannoo isaa fayyadamaa jirta.
✵Gaafa 𝑠𝑤𝑖𝑡𝑐ℎ fayyadamtee ibsaa bantus argannoon isaa keessa jira.
✵Ogeessonni fayyaa dhukkubsattoota gaafa raajii kaasan (x-ray) argannoo isaa fayyadamu.
✵Sagale-guddiftuu, raadiyoo fi bilbilakee dabalatee, waan 𝑤𝑖𝑟𝑒𝑙𝑒𝑠𝑠'dhaan daddarbu kamuu gaafa fayyadamtu argannoo isaa fayyadamaa jirta.

👉Tesilaan wantoota nuti jireenya keenya guyya-guyyaa keessatti itti fayyadamnu argannoolee dhibbootaan lakka'aman qaba. Garuu nama oolmaa haga kanaa addunyaadhaaf oole kanaaf bakki kenname faallaadha.

✅Bara 1884 yeroo hojii argannoo isaaf bilchaatetti Toomaas Ediisan biratti qacaramee ture. Ta'us garuu yeroo muraasa booda waliif galuu hin dandeenye. Ediisan karaa daddarbiinsa kaarentii irratti DC wayya yoo jedhu, Teslaan ammoo argannoosaa kan ta'e AC filate. DC'n wantoota akka tirikkaafaa irratti nu fayyada. AC'n garuu fageenya dheeraa deemuu kan danda'uu fi warshaalee humna ibsaa guddaa gaafataniif kan fayyaduudha. Wal morkiin kun isaan gidduutti yoo ka'u, Ediisan beekamtii guddaa waan qabuuf AC'n miidhaa fiduu akka danda'u agarsiisuuf arbi ibsaadhaan qabamee akka du'u godhee Tv'dhaan mul'isee ture; gama baay'eedhaanis irratti duule. Ummatis kanaaf isa balaaleffatanii turan. (Har'a addunyaan kan isheen fayyadamaa jirtu garuu caalmaatti AC'dha).

✅Tesilaan ilaalcha siyaasaa yeroo sana turerraa adda ta'e waan qabuuf kara mootummaa hacuucamaa ture; miiltoo wajjin hojjetu irraas qarshii guddaa haalamee ture; laaboraatoriin isaas boodarra jalaa waan gubateef argannoo baay'ee dhabe. Yaadotni argannoo isaa yeroo hatamanittis, "wanti guddaan argannoon dhala namaa fayyadu hojjetamuu isaati" jedhee dhiisaa ture.

👉Nama kallattii jireenya isaa hundumaan gufuun itti baay'ate ture. Xalayaa yeroo tokko haadha isaatiif barreesse irratti, "Waggaa hamma kanaa dhala namaa gargaaruuf hojii an hojjedhe galata hin argannee
........




👂KANA DHAGEESSANII ❓

Mana fincaanii wayita deeman of qulqulleessuuf waraqaa ykn Sooftiin otoo hin uumamiin dura Amerikaanonni muka boqqolloo
#qoroqondaa fayyadamu turan.😁😁

♡ ㅤ    ❍ㅤ      ⎙             ⌲
ˡᶦᵏᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ    ˢᵃᵛᵉ  𝑠ℎ𝑎𝑟𝑒


Facts and Knowledge💡


#Biyyi_yeroo_jalqabaaf
***
1.Hoospitaala ijaarte-Sirilaankaa

2.Daandii baaburaa ijaarte-Ingilizii

3.Poostaa jalqabde-Iraan

4.Maallaqa waraqaa eegalte-Chaayinaa

5.Gaazexaa maxxansuu egaalte-Jaarman

6.Kitaaba maxxansuu eegalte-chaayinaa

7.Seera biyyaa barreeffamaan keesse-Ameerikaa

8.Dimookiraasii eegalte-Giriiki
9.Tapha Oloompikii egaalte-Giriik

10.Yuunivarsiitii ijaarte-Morokoo

11.Baankii ijaarte-Xaaliyaan

12.Lakkoofsa Uummataa gaggeessuu egaalte-Chaayinaa

13.Sagantaa Hawaa abuuruu egaalte-Raashiyaa

14. samiirra naannofte -Raashiyaa

15.ji'a irra qubatte-Ameerikaa

16.Tamsaasa Television egaalte-Ingilizii

17.Inteerneetiitti fayyadamuu egaalte-Ameerikaa

18.Filannoo biyyeessaa irratti Dubartoota hirmaachiste-Niwuuzlaand

19.Industirii konkolaa egaalte-Jaarman

20.qarooma egaalte-Itoophiyaa

21.Sagantaa anniisaa atoomikii egaalte-Ameerikaa

22.Bilbilaan haasa'uu egaalte-Ameerikaa


Facts and Knowledge💡


🔵"Hello" jechuun maal jechuudha?

👇🏾

Namootni isin suura kana irratti argaa jirtan Girihaam Beel fi Margaaret Hello jedhamu!!

Girahaam Beel nama jalqaba bilbila harkaa kalaqe yoo ta'u, yaalii bilbila jalqabaa haadha warraa isaa Margaret Hello waliin ture kan taasise!

Bilbila kana yoo irraa kaastu jechi jalqabaa inni fayyadame "Hello" kan jedhu ture! Sanaa booda, jechi bilbila jalqabaaf hunduu fayyadamu "Hello" ta'ee hafe!

Addunyaan kun guutuun guyya guyyaan yeroo Biiliyoona ol maqaa ishee waama oola - maqaa waamsisuun erga hin oollee akka malee!🤷🏾


👋Hi!

🔵 Join the Best Channels below 👇

┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵‍💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritual PDF ©
┃_
┃@HamboofAroon1 🚩
┃_
┃Motivational Tips ✔️
┃_
┃@Bilchina_Sammuu 💌
┃_
┃Inspired Life 💜
┃_
┃@Kana_Beektuu24
┃_

Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
┃_
┃@Amharic_Proverb ✔️
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍


👋Hi!

🔵 Join the Best Channels below 👇

┃_
┃Reading PDF 📖
┃_
┃Leadership and Psychology 🥇
┃_
┃Walaloo Jaalalaa ❤️
┃_
┃Love Tips 💋
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa 🌷
┃_
┃@Amharic_proverb ✉️
┃_
┃Love Heart 😵‍💫
┃_
┃Facts and Knowledge ✅
┃_
┃Siifol Tech 🖥
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa 💊
┃_
┃English Class 🎓
┃_
┃Now Speak English 🕖
┃_
┃Jara Tech 🚀
┃_
┃Crypto Earn 💸
┃_
┃@Gaaela_Gaarii 🎀
┃_
┃Getu Official
┃_
┃Arara Tv World Wide ❤️
┃_
┃Spiritual PDF ©
┃_
┃@HamboofAroon1 🚩
┃_
┃Motivational Tips ✔️
┃_
┃@Bilchina_Sammuu 💌
┃_
┃Inspired Life 💜
┃_
┃@Kana_Beektuu24
┃_

Channelee Bohaartii
┃_
┃Kottaakolfaa 😂
┃_
┃Asoosamaafiwalaloo 📜
┃_
┃@Mammaaka_Oromoo ⭐️
┃_
┃@Amharic_Proverb ✔️
┃_
┃Daily News 📊
┃_
┃BBC Afaan Oromoo 🌍


✅️Akka Allaattii Samii irra kan balali’uu fi akka Qurxummii Galaana kan daaku:- Teeknooloojiin 'SkyX' Addunyaa dinqisiisaa jira!!

✅️Olka'insa samii irraa hanga gadi fageenya Galaanaatti rakkoo tokko malee ce'uu kan danda'u meeshaan ammayyaa haaraan kun addunyaa teeknooloojii baay'ee dinqisiisaa jira.

✅️Kampaaniin teeknooloojii Chaayinaa beekamaan 'Changsha Nighthawk Intelligent Technology' samii irra balali'uu fi bishaan keessa daakuuf dandeettii addaa kan qabu meeshaa ammayyaa "SkyX" jedhamu dhiheesseera.

✅️  Meeshaan kun amala Qurxummii uumamaan balali'u (flying fish) irraa moodela fudhachuun kan hojjetame yoo ta'u, qilleensa irra yeroo balali'u baallee isaa diriirsee haala dinqisiisaadhaan socho’a; gara bishaan keessaatti yeroo seenu ammoo baallee isaa dachaasuun salphaatti akka daaku isa dandeessisa.

✅️Kalaqni dinqisiisaan kun bishaan keessa sa'aatii tokkotti kiiloo meetira 50 deemuu kan danda'u, saffisa ol’aanaa kan qabu yoo ta'u, qilleensa irra garuu sa'aatii tokkoo oliif otoo addaan hin kutiin balali'uuf dandeettii qaba.

✅️Teeknooloojiin kun qorannoo Saxaxaa fi qorannoo bishaan jalaa milkaahinaan kan darbe yoo ta’u, yeroo ammaa kaayyoowwan gurguddoo adda addaatiif akka oolu qorannoo bal’aan taasifamaafii jira.

✅️Keessattuu hojiiwwan tajaajila hatattamaatiif, eegumsa fi hordoffii garbaa, akkasumas dameewwan ittisaa fi nageenyaatiif gumaacha ol’aanaa ni taasisa jedhameet abdiin ol’aanaan irra kaawwameera.

#SkyX #Innovation #FutureTech #FlyingFish #Technology
#join👇


#Deebii_Albert_Einstein


☛Albert Einstein yeroodhuma barataa tureetti haalli inni itti yaaduu fi barattoonni biroo itti yaadan gargar ture. Gaafa tokko barsiisaan waa'ee qooyyabota herregaa osoo barsiisaa jiruu barattoota gaafii gaafate.

#Barsiisaa: simbirroonni #sadii muka irra jiru,sadii keessaa #tokko dhagaadhaan rukunnee yoo buusne simbirroo meeqatu mukarratti hafa?

#Baratoota:lama

#Barsiisaa:eeyyeen sirriidha.3-1=2 waan taheef

#Anastaayiin harka baase☝: lakki homtuu hin hafu.simbirri tokko yoo rukutamte warri hafan maaliif taa'uu? barrisani deemu.Kanaaf Zeroodha.

#Barsiisaa: gatiin hoolaa tokkoo qarshii 1000, yoo tahe gatiin hoolota shanii meeqa?

#Barattoota: 5000 taha.

#Barsiisaa: eeyyeen sirriidha.5x1000=5000 waan taheef.

#Anastaayiin: lakki hin beekamu.Maal hoolonni kuni hundi xiqquma illeen wal hin caaltuu? Kanaaf ani gama kootiin hin beekamuun jedha.
"Loojikiin tarkaanfii tokko nu deemsisa,xinxaalliin garuu bakka fedhe nu deemsisa".

Albert Einstein


Kana Beektuu Laata ❓
👉Yeroo takka Adoolf Hitler "medaaliyaa " namicha tokko badhaase ture sababni isaas qoosan isa waan isa buhaarse tureefidha 😄😄
``

Facts and Knowledge💡


​​Pilaaneetii yuuranus(Uranus) irratti bonni waggaa 42 akka turu beektu laata?!!! 🙈

`
Facts and Knowledge💡


#Mucaa miiraa Beelas ta'ee Miiraa dhukkubaa hin qabnee!!!!💪💪💪🙏

#Olivia_Fransworth jedhaamtii lammii biyyaa #UK yoo tatuu "Chromosome 6 deletion" jedhamuun qabamtettii.

Sababaa kanaa irraa kan ka'ee Jireenya ishee keessattii tasuuma Miira dhukkuuba , Hirriiba, fi kan Beela kessumeesite hin beektuu jechuun Hin dhukkubsattu , Hin beelooftuu , Hirribnis ofi ishee hin qabu!!!!!

#Nyaata kan nyaattuu namni normal tokkoo waan nyaatu qofaf malee beeloftee yookiin ishee barbachise miti .

#Hirriibas kan raftuu yeroo namnii rafuttii Qoriichaa sa'ati 6 f ishee raffiisuu fudhatteti.

#Baraa 2016 GC Balaan Makiina salphaan irraa gahee turee garuu yeroo sanattii Miirri dhukkuuba kaamiiyyuu ishettii hin dhagahamne turee









20 last posts shown.