π΅"Hello" jechuun maal jechuudha?
ππΎ
Namootni isin suura kana irratti argaa jirtan Girihaam Beel fi Margaaret Hello jedhamu!!
Girahaam Beel nama jalqaba bilbila harkaa kalaqe yoo ta'u, yaalii bilbila jalqabaa haadha warraa isaa Margaret Hello waliin ture kan taasise!
Bilbila kana yoo irraa kaastu jechi jalqabaa inni fayyadame "Hello" kan jedhu ture! Sanaa booda, jechi bilbila jalqabaaf hunduu fayyadamu "Hello" ta'ee hafe!
Addunyaan kun guutuun guyya guyyaan yeroo Biiliyoona ol maqaa ishee waama oola - maqaa waamsisuun erga hin oollee akka malee!π€·πΎ