π΄ ODUU AMMEE: Indoneesiyaa fi Chaayinaan Damee AI Irratti Waliin Hojjechuuf Walii Galan! π
Biyyoonni lamaan Artiifishiyaal Intalajansii (AI), tekinoolojii dijitaalaa fi oomisha chippii (semiconductor) irratti walta'iinsa isaanii gara sadarkaa haaraatti guddisuuf walii galaniiru.
π Dhimmoota Ijoo:
Pirojektoota waloo qindeessuuf fi ce'umsa beekumsaa cimsuuf gareen addaa ni hundeeffama.
β’ Dhiibbaa Eshiyaa: Waliigalteen kun misooma AI fi seerota addunyaa irratti humna biyyoota Eshiyaa ni cimsa.
β’ Miseensummaa WAICO: Indoneesiyaan seerota AI addunyaa qopheessuu keessatti gahee ishee ni baati.
Tekinoolojiin saffisaan Demma Jiraa ππ
#Tekinoolojii #AI #Chaayinaa #Indoneesiyaa #BRICS #OduuTekinoolojii@FeyisaIntelligence