Feyisa intelligence 🥇


Channel's geo and language: Ethiopia, English
Category: Psychology


Teknolojii AI Hundaa isaa fi dhufa isaa Oromiffaan! Odeeffannoo haarawaa, gorsa bilchina, fi kallattiidhan Isinf Share Godha

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Category
Psychology
Statistics
Posts filter


Great 😸


🎓 Carraa Scholarship Haaraa!Barattoota carraa barnoota bilisaa biyya alaa barbaaddaniif carraan gaariin kunoo dhufeera.
Bot keenya fayyadamuun carraa keessan yaalaa!🔗
Liinkii Bot Keenyaa:
[ @FeyisaSeifuBot ]👈👈👈
Hubachiisa Bot Kun Waa'ee Scholarship Qofaa Ofii keessaan Qabaa ✍


Suuraa Aja'ibaa 😱😱


gaddani.Battalumati Konkolaataa isaaniidhaan Sadan keenya fuudhanii Mana yaalaa nu geessaan .Guyyaa sana namoota baayeetu wareegame .Nus warra du'e irra hin jirruu sammuun keenya badeera.Akka nama maraatee taane."Barreeffama kana Posta nuuf godhi waaqayyoonis nuuf kadhaa.Amma mucaan koo isheen gudeedamte yaalamtee haala gaarii irra jirti.
‎
‎Barreefama nama gaddisiisu kana naootaf shere godha
..!
Via Sabona Fekadu Abera

🥹🥹🥹🥹


‎#INTALA_KOO_FUULA_KOO_DURATTI #GUDEEDANI😭😭
‎=============================
‎"Galata Barreefama kana gaafan siif barreessuu dhugaa sitti fakkaachuu dhiisuu danda'a,garuu dhugaadha.Ani Maqaan koo Obbo Jabeessaa Tuulanii jedhama.Dhalataa Godina Wallgga bahaati.Guyyaa tokko haalli nageenya ganda keenyaa baayyee waan ulfaateef gara magaalaa Naqamte deemnee jiraachuuf maatiikoo waliin murteessinee ,haala mana kiraa ilaaluuf Giddaa Ayyaanaa irraa kaanee imala keeya itti fufne.Konkolaataa qabannee gara magaalaa Naqamteetti imala eegalle.Erga konkonaalaa #TATA jedhamuun adeemsa eegalleen booda Bakka Addaa daandii Naqamteef Giddaa gidduutti argamu #DICHOO bosona wayii keessa gaafa geenyu achii dhufeen isaa kan hin beekamne dhukaasi gurguddaan konkolaataa keenyatti dhukaafame.Battalumatti konkolaachisaan keenya rasaasaan rukkutamee lubbuun isaa darbe.Konkolaataan nuti namoota waliin keessa jirru daandii irraa xiqqooma maqee muka wayiitti hirkatee dhaabate.Battalatti hidhattoonni tilmaamaan Namoota 50kan ta'aan Meeshaa kilaashiin 🗡️gara konkolaata keenyaatti qabaa nutti fiigaa dhufan,Nutii naasuu lama waltakkaa keessummeessinee isa dhukaasii konkolaachisaa keenyatti dhuka'ee inni du'ee naasuun utuu nu keessaa hin dhumiin ammas naasuu biraa😭Dhufanii akkuma nu bira ga'aniin Imaltoota hunda tokko lamaan konkolaataa keessaa gadi yaasanii toora gashanii dhaabachiisan.Afaan isaa dubbatan Afaana Amaareffadha.Waan nama gaddisiisu daragaggoota,dhiira kan ta'e keessaa namoota shakkan ija isaanii hidhanii gara bosonaatti tokko tokkoon geessanii itti dhukaasanii ajjeesaa turan.Namoota tokko tokko ammoo reebicha hamaa reebanii dhiisan.Warra kaan ammoo harkaaf miila isaanii hidhanii itti qoosu.Ani Umuriinkoos waggaa 47keesaa waanin jiruuf wallaansoon jireenyaa waan na dulloomseef,jaarsan fakkaadha garuu atii manaakoo ijoollee fakkaatti.Nuti amma waan kun ta'u hunda isaa akka nama du'eetti garaadhaan lafa ciisnee dhaggeeffanna.Waan na mudate hunda isinitti hin dubbadhu.Keessumaa kan akkan gaddaa gudda gaddu kan na taasise isa isaan haadha manaa kee Rasaasaan ajjeesi naan jedhan miti.Nubiraa erga nama 12Battalatti ajjeesanii booda hundi keenya warri hafne naasuudhaan dilalloofneerra.Aniif mucaan koo isheen durbaa wajjiin jirra haati manaakoo nurra xiqoo siqxee lafa ciisaa jirti.
‎=================================
‎Namoonni lama garakootti adeemaa dhufanii Mucaa koo qabatan Anis Amaareffaan"Ebakachu lije nata mnm atakim ebakachu"jedhee kadhachuuttin ka'e kana gidduutti haati mucaa kootii fiigaa dhuftee lafa gangalattee boo'uutti kaate.Ishee haadha manaa koof mucaakoo ishee intalaa harka isaanii funyoon hidhanii Namoonni 4 sadan keenya fudhatanii gara lagaatti gadi sokkan 😭Waan nurratti ta'e kana odeeffachuun fafadha.Tarii haala nuti keessa jirru fi waan nuti taane mootummaan nuuf haabaru jedheeni.Akkuma nu geessanii laga keessa nu deemsisaniin booda Anaaf haadha manaakoo muka tokkotti nu hidhanii,Mucaakoo ishee Durbaaa fuuldura keenyatti hidhanii utuu nuti boonyee,iyyinee isaan kadhannuu utuma iji keenya ilaaluu intala keenya irraa uffata baasanii Nama sadii ta'anii Gudeedan😭😭Haati manaakoo yerosuma sammuun ishee akka maraachuu ta'e.Naasuudhaan of wallaalte.Anis isa intallikoo imimmaan buustee "Abbaakoo maaloo na oolchi 😭😭,,Maaloo na dhukkube ..maaloo Nan dadhabe jettee boosuu gaafan dhaggeeffadhu ofan wallaale.Turtii sa'atii tokko erga dabaree dabareedhaan ishee gudeedanii booda Mucaankoo of wallaalte.gaggabdee akka nama du'ee taate.Gidduutti maal akka ta'e hin beeku .Sagalee dhukaasa gurguddaatu daandii irraa dhaga'ame.Namoota warra konkolaataa keessa buufamanii dhaabataa jiran ajjeesan jedheen yaade.Gidduutti warrii Mukatti nu hidhanii Mucaakoo nu bukkeetti gudeedan Wal waamani Laga keesaaa fiigicha guddaadhaan baqatan.Dhukaasii ammayuu wal irraa citaa hin jiru.Turtii dhukaas danuun booda Loltoonni Makalakayaa ykn Raayyaa Ittisa biyyaa gara keenyatti gadi dhufana .Ani gaafan isaa argu sagalee koo olfudheen boo'e nan gadoode.Isaan dhufanii finyoo nuti ittiin hidhamnee jirru nurraa hiikanii waan ta'e hunda itti himne Isaa baayyee


🎓 Carraa Scholarship Haaraa!Barattoota carraa barnoota bilisaa biyya alaa barbaaddaniif carraan gaariin kunoo dhufeera.
Bot keenya fayyadamuun carraa keessan yaalaa!🔗
Liinkii Bot Keenyaa:
[ @FeyisaSeifuBot ]
Hubachiisa Bot Kun Waa'ee Scholarship Qofaa Ofii keessaan Qabaa ✍


🇰🇷 FULLY FUNDED GRADUATE OPPORTUNITY IN SOUTH KOREA 🇰🇷

🎓 GIST Spring 2027 Graduate Admission

The Gwangju Institute of Science and Technology (GIST) in South Korea is accepting applications from international students for its Spring 2027 graduate programs.

If you are interested in pursuing graduate studies in Computer Science, AI, Engineering, Science, or other technology-related fields, this is an opportunity worth checking out.

🎓 Degree Programs
• Master’s (M.S.)
• Ph.D.
• Integrated M.S./Ph.D.

💰 Financial Support

GIST provides scholarship and financial support opportunities for eligible international graduate students. Support may include:

☑ Tuition support
☑ Monthly student allowance
☑ Meal allowance
☑ Research assistantship opportunities
☑ On-campus housing
☑ Health insurance support
☑ Annual health checkup
☑ Additional academic-performance-based support
☑ One-way flight reimbursement for eligible international students

📅 Application Period
September 7 – October 7, 2026
⏰ Deadline: October 7, 2026 at 5:00 PM KST

📌 Basic Eligibility
Applicants must hold, or expect to receive, the required degree before enrollment at GIST. For Spring 2027 admission, the final degree must be obtained by the first week of January 2027.

⚠️ Scholarship benefits and eligibility conditions can vary, so please carefully review the official admission guide and requirements before applying.

🔗 Official GIST Announcement & Application Information:
https://www.gist.ac.kr/iadm/html/sub05/0502.html?mode=V&no=222702&GotoPage=1

📢 Share this opportunity with students and graduates who may be interested in studying in South Korea!

#Scholarships #GIST #GISTScholarship #SouthKorea #FullyFunded #MastersScholarship #PhDScholarship #GraduateSchool #ScholarshipOpportunities #StudyInKorea


Video is unavailable for watching
Show in Telegram
🎓 Carraa Scholarship Haaraa!Barattoota carraa barnoota bilisaa biyya alaa barbaaddaniif carraan gaariin kunoo dhufeera.
Bot keenya fayyadamuun carraa keessan yaalaa!🔗
Liinkii Bot Keenyaa:
[ @FeyisaSeifuBot ]
Hubachiisa Bot Kun Waa'ee Scholarship Qofaa Ofii keessaan Qabaa ✍


🎓 Carraa Scholarship Haaraa!Barattoota carraa barnoota bilisaa biyya alaa barbaaddaniif carraan gaariin kunoo dhufeera.
Bot keenya fayyadamuun carraa keessan yaalaa!🔗
Liinkii Bot Keenyaa:
[ @FeyisaSeifuBot ]
Hubachiisa Bot Kun Waa'ee Scholarship Qofaa Ofii keessaan Qabaa ✍


Wal Danda'uun Bu'uura Jireenyaa Keenyaati


Kufaati Booda Ka'uun Injifannoodha


📊 ** TikTok Creator Payout Methods (Garaagarummaa Isaanii Hubadhaa!)

**TikTok irratti hojjettanii kaffaltii keessan baafachuuf yeroo 'Add Payout Method' gootan filannoowwan jiran kana fakkaatu:


1️⃣ TikTok Creator Card (GBP):Fee: 0 USD (Toka malee)Yeroo: Battalumatti (Instantly) sii gala.Gadi-aanaan: $0.01 USD baasuu dandeessa.

2️⃣ PayPal (USD):Fee: 1.5% (Max $20 USD)Yeroo: Guyyaa hojii 1 keessatti.

3️⃣ Bank Transfer (GBP):Fee: $3 USD kaffaltii tokko irratti.Yeroo: Guyyoota hojii 5 keessatti.Gadi-aanaan: $9.00 USD gadi baasuu hin dandeessu.

4️⃣ Payoneer (GBP):Fee: 2% (Max $3 USD)Yeroo: Guyyaa hojii 1 keessatti.✨ Gorsa: Isiniif inni kamtu caalaatti mijate? Yoo maallaqa baay'ee baastu ta'e TikTok Card ykn Payoneer fees xinnoo qaba! ✅

Namni Na qunamuu barbaaduu keessaan na dubbiissaa @FayisaSeifu✍


🔴 ODUU AMMEE: Indoneesiyaa fi Chaayinaan Damee AI Irratti Waliin Hojjechuuf Walii Galan! 🚀

Biyyoonni lamaan Artiifishiyaal Intalajansii (AI), tekinoolojii dijitaalaa fi oomisha chippii (semiconductor) irratti walta'iinsa isaanii gara sadarkaa haaraatti guddisuuf walii galaniiru.

📌 Dhimmoota Ijoo:
Pirojektoota waloo qindeessuuf fi ce'umsa beekumsaa cimsuuf gareen addaa ni hundeeffama.
• Dhiibbaa Eshiyaa: Waliigalteen kun misooma AI fi seerota addunyaa irratti humna biyyoota Eshiyaa ni cimsa.
• Miseensummaa WAICO: Indoneesiyaan seerota AI addunyaa qopheessuu keessatti gahee ishee ni baati.
Tekinoolojiin saffisaan Demma Jiraa 🚀🚀
#Tekinoolojii #AI #Chaayinaa #Indoneesiyaa #BRICS #OduuTekinoolojii@FeyisaIntelligence




#Oduu_Ammee!
Firiin Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ibsame.

BBO - Hagayya 16/2018 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2018 Ifoomse.
Haaluma kanaan, bara 2018, akka waliigalaatti barattoonni 550,201 qormaata Kutaa 12ffaa fudhatan.
Kanneen qormaata darban 70,544 (12.82%)

Oromiyaa keessatti, barattoota qormaata fudhatan keessaa 20,877 (10.53%) qormaata darbaniiru.

#Manneen_barnootaa_barattoota_isaanii_100% dabarsan:
- Biyyaalessaa: 88
- Oromiyaa: 37

#Qabxii_olaanaa_biyyaalessaa:
- Damee Barnootaa Saayinsii Uumamaa (#Natural_Science): 591 – Mana Barnootaa #Bultii_Addaa_WMO_Adaamaa irraa yoo ta'u,

- Damee Barnootaa Saayinsii Hawaasaa (#Social_Science) 576 – Mana Barnootaa Ifa Boruu #Bultii_Addaa_Dodolaa irraa ta'uun beekameera.

Qabxii 'Remedial 'kan argatan ilaalchisee odeeffannoon bal’aan fuula dura ibsama.

#Liinkii ittiin Qabxii Ilaallattan Akkuma Gad-dhiifameen Isin Biraan Geenya!


💻 Akkamitti Waggaa 1 Keessatti Porograamiingii Barachuun Danda'ama – Tartiibaan 📝✨

✅ Gorsa 1: Afaan Porograamiingii Tokkoon Jalqabi

Afaan tokko (Python, JavaScript, yookiin Java) filadhuu irratti cimi. Afaan tokko gadi fageenyaan beekuun hedduu irra-baay'ee beekuu irra caala—Python-n dubbisuuf salphaa waan ta'eef jalqabduotaaf baay'ee gaariidha.

✅ Gorsa 2: Jalqaba Bu'uuraalee Baradhu

Bu'uuraalee irratti xiyyeeffadhu:

⦁ Vaariyaabilii fi Gosoota Daataa (Variables & Data Types)

⦁ Luuppii fi Ulaagaalee (Loops & Conditionals)

⦁ Faankishinoota / Meethodoota (Functions / Methods)

⦁ Tarreewwan, Areeyota, Diksinaaroota / Objektoota (Lists, Arrays, Dictionaries / Objects)

✅ Gorsa 3: Projeektoota Xixiqqaadhaan Shaakali

Torbanitti kanneen uumi:

⦁ Kaalkuleetara (Calculator)

⦁ Appii tarree hojii (To-do list app)

⦁ Web scraper salphaa

⦁ Tapha lakkoofsa tilmaamuu (Guess-the-number game)

⦁ Appii haala qilleensaa daataa fudhatu (Weather API fetcher)

✅ Gorsa 4: Rakkoo Furuu fi Yaada Sammuu (Logic) Hubadhu

Porograamiingiin rakkoo furuudha:

⦁ Rakkoolee gara gulantaa xixiqqaatti qoodi

⦁ Pseudocode barreessi

⦁ Dogoggora (Debug) of-eeggannoon sirreessi—print statements yookiin debuggers fayyadami

✅ Gorsa 5: Sirna Jijjiirama To'atu (Version Control) Baradhu

Jijjiirama to'achuuf, walii strain hojjechuuf, fi hojii kee akka hin badneef Git fayyadamii. Ajajawwan akka git commit, push, fi branch baay'ee murteessoodha.

✅ Gorsa 6: Koodii Namoota Biraa Dubbisi

Caasaa fi mala ogeessotaa argachuuf GitHub irratti open-source ilaalchisi—projeektoota salphaa kanneen akka web app bu'uuraa irraa jalqabi.

✅ Gorsa 7: Qormaatoota Koodingii Shaakali

Yaada sammuu, algooridimii, fi saffisa kee guddisuuf guyyaa guyyaan LeetCode, HackerRank, yookiin Codewars fayyadami—torbanitti rakkoolee 5-10 furuuf kaayyoorradhu.

✅ Gorsa 8: Yaad-rimeewwan Ijoo Gadi Fageenyaan Hubadhu

⦁ Porograamiingii Objekti irratti Hunda'e (OOP)

⦁ Rikeershinii (Recursion)

⦁ Caasaa Daataa (Data Structures) – Arrays, Lists, Stacks, Queues, Trees

⦁ Algooridimoota (Algorithms) – Filuu (Sorting), Barbaaduu (Searching)

✅ Gorsa 9: Projeektoota Dhugaatotaa Uumi

⦁ Weebsayitii poortifooliyoo (Portfolio website)

⦁ Chyaatbootii (Chatbot)

⦁ Xiinxala daataa Python'n (Data analysis with Python)

⦁ Tapha salphaa

⦁ Appii Full-stack kan akka bloogii (Blog app)

✅ Gorsa 10: Wal-irraa Hin Cutin fi Irra Deebiin Ilaali

Guyyaa guyyaan koodii barreessi (daqiiqaa 30-60), akkataa barreessaa kee fooyyessuuf koodii moofaa irra deebii ilaali. Guddina kee daftee barreessuun yookiin GitHub streak'n hordofaa ✍

https://t.me/FeyisaIntelligence




Video is unavailable for watching
Show in Telegram
Aja'ibaa Telegram Waan Haa'raa Qabaate dhuferaa Hundii Keessaan Google play store irraan demma update godhadhaa telegram keessaan Ariiffaadha ✅





20 last posts shown.