TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
Feyisa intelligence 🥇

24 Sep, 21:11

Open in Telegram Share Report

‎#INTALA_KOO_FUULA_KOO_DURATTI #GUDEEDANI😭😭
‎=============================
‎"Galata Barreefama kana gaafan siif barreessuu dhugaa sitti fakkaachuu dhiisuu danda'a,garuu dhugaadha.Ani Maqaan koo Obbo Jabeessaa Tuulanii jedhama.Dhalataa Godina Wallgga bahaati.Guyyaa tokko haalli nageenya ganda keenyaa baayyee waan ulfaateef gara magaalaa Naqamte deemnee jiraachuuf maatiikoo waliin murteessinee ,haala mana kiraa ilaaluuf Giddaa Ayyaanaa irraa kaanee imala keeya itti fufne.Konkolaataa qabannee gara magaalaa Naqamteetti imala eegalle.Erga konkonaalaa #TATA jedhamuun adeemsa eegalleen booda Bakka Addaa daandii Naqamteef Giddaa gidduutti argamu #DICHOO bosona wayii keessa gaafa geenyu achii dhufeen isaa kan hin beekamne dhukaasi gurguddaan konkolaataa keenyatti dhukaafame.Battalumatti konkolaachisaan keenya rasaasaan rukkutamee lubbuun isaa darbe.Konkolaataan nuti namoota waliin keessa jirru daandii irraa xiqqooma maqee muka wayiitti hirkatee dhaabate.Battalatti hidhattoonni tilmaamaan Namoota 50kan ta'aan Meeshaa kilaashiin 🗡️gara konkolaata keenyaatti qabaa nutti fiigaa dhufan,Nutii naasuu lama waltakkaa keessummeessinee isa dhukaasii konkolaachisaa keenyatti dhuka'ee inni du'ee naasuun utuu nu keessaa hin dhumiin ammas naasuu biraa😭Dhufanii akkuma nu bira ga'aniin Imaltoota hunda tokko lamaan konkolaataa keessaa gadi yaasanii toora gashanii dhaabachiisan.Afaan isaa dubbatan Afaana Amaareffadha.Waan nama gaddisiisu daragaggoota,dhiira kan ta'e keessaa namoota shakkan ija isaanii hidhanii gara bosonaatti tokko tokkoon geessanii itti dhukaasanii ajjeesaa turan.Namoota tokko tokko ammoo reebicha hamaa reebanii dhiisan.Warra kaan ammoo harkaaf miila isaanii hidhanii itti qoosu.Ani Umuriinkoos waggaa 47keesaa waanin jiruuf wallaansoon jireenyaa waan na dulloomseef,jaarsan fakkaadha garuu atii manaakoo ijoollee fakkaatti.Nuti amma waan kun ta'u hunda isaa akka nama du'eetti garaadhaan lafa ciisnee dhaggeeffanna.Waan na mudate hunda isinitti hin dubbadhu.Keessumaa kan akkan gaddaa gudda gaddu kan na taasise isa isaan haadha manaa kee Rasaasaan ajjeesi naan jedhan miti.Nubiraa erga nama 12Battalatti ajjeesanii booda hundi keenya warri hafne naasuudhaan dilalloofneerra.Aniif mucaan koo isheen durbaa wajjiin jirra haati manaakoo nurra xiqoo siqxee lafa ciisaa jirti.
‎=================================
‎Namoonni lama garakootti adeemaa dhufanii Mucaa koo qabatan Anis Amaareffaan"Ebakachu lije nata mnm atakim ebakachu"jedhee kadhachuuttin ka'e kana gidduutti haati mucaa kootii fiigaa dhuftee lafa gangalattee boo'uutti kaate.Ishee haadha manaa koof mucaakoo ishee intalaa harka isaanii funyoon hidhanii Namoonni 4 sadan keenya fudhatanii gara lagaatti gadi sokkan 😭Waan nurratti ta'e kana odeeffachuun fafadha.Tarii haala nuti keessa jirru fi waan nuti taane mootummaan nuuf haabaru jedheeni.Akkuma nu geessanii laga keessa nu deemsisaniin booda Anaaf haadha manaakoo muka tokkotti nu hidhanii,Mucaakoo ishee Durbaaa fuuldura keenyatti hidhanii utuu nuti boonyee,iyyinee isaan kadhannuu utuma iji keenya ilaaluu intala keenya irraa uffata baasanii Nama sadii ta'anii Gudeedan😭😭Haati manaakoo yerosuma sammuun ishee akka maraachuu ta'e.Naasuudhaan of wallaalte.Anis isa intallikoo imimmaan buustee "Abbaakoo maaloo na oolchi 😭😭,,Maaloo na dhukkube ..maaloo Nan dadhabe jettee boosuu gaafan dhaggeeffadhu ofan wallaale.Turtii sa'atii tokko erga dabaree dabareedhaan ishee gudeedanii booda Mucaankoo of wallaalte.gaggabdee akka nama du'ee taate.Gidduutti maal akka ta'e hin beeku .Sagalee dhukaasa gurguddaatu daandii irraa dhaga'ame.Namoota warra konkolaataa keessa buufamanii dhaabataa jiran ajjeesan jedheen yaade.Gidduutti warrii Mukatti nu hidhanii Mucaakoo nu bukkeetti gudeedan Wal waamani Laga keesaaa fiigicha guddaadhaan baqatan.Dhukaasii ammayuu wal irraa citaa hin jiru.Turtii dhukaas danuun booda Loltoonni Makalakayaa ykn Raayyaa Ittisa biyyaa gara keenyatti gadi dhufana .Ani gaafan isaa argu sagalee koo olfudheen boo'e nan gadoode.Isaan dhufanii finyoo nuti ittiin hidhamnee jirru nurraa hiikanii waan ta'e hunda itti himne Isaa baayyee

43 0 1 18
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot