gaddani.Battalumati Konkolaataa isaaniidhaan Sadan keenya fuudhanii Mana yaalaa nu geessaan .Guyyaa sana namoota baayeetu wareegame .Nus warra du'e irra hin jirruu sammuun keenya badeera.Akka nama maraatee taane."Barreeffama kana Posta nuuf godhi waaqayyoonis nuuf kadhaa.Amma mucaan koo isheen gudeedamte yaalamtee haala gaarii irra jirti.
Barreefama nama gaddisiisu kana naootaf shere godha
..!
Via Sabona Fekadu Abera
🥹🥹🥹🥹
Barreefama nama gaddisiisu kana naootaf shere godha
..!
Via Sabona Fekadu Abera
🥹🥹🥹🥹