🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴🪴
Obboloota, jaallatamtoota Maatii Waaqayyoo Nagaan Tokkummaa sadan Biraa Isiniif Haa baayyatu‼️
-Abbaltii M.Q Keessaaniif Yeroon Isiniif Kenname Dhihaachaa waan jiruuf Yaadachaarra, akkasuma namoonni Dursitanii galchitanis jirtu Waaqayyo Guddaa isin Haa Eebbisu♥️♥️
-Kun hojii gaarii fi fedhii keessanii isa Waaqayyoof qabdan agarsiisa. Wanti isin gootan kun ifa keessan akka ibsuu fi namoota kaaniifis akka fakkeenya ta'u beekaa.
Macaafni Qulqulluun dubbii Waaqayyoo ti, nutis dubbii isaa kana yeroo hunda, bakka hundatti hubachuun nu barbaachisa. Kanaafuu, abbaltii macaafa qulqulluu yeroo kennametti galchuun keessan akka itti fufu jaallannaa fi jajjabeessina.
𝐖𝐚𝐚𝐪𝐚𝐲𝐲𝐨 Hunduma Keessan haa eebbisu 𝐡𝐮𝐦𝐧𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐣𝐚𝐛𝐢𝐧𝐚 I𝐬in𝐢𝐢𝐟 Haa 𝐤𝐞𝐧𝐧u.

• Iyaasuu 1:8
8 Macaafni seeraa kun afaan kee keessaa hin dhabamin! Halkanii fi guyyaas waa'ee isaa yaadi! Karaan kee akka siif qajeelutti, wanti ati gootus akka wal siif qixxaatutti, wanta isa keessatti caafame hundumaa gaarii godhii eegi*!
• Faarfannaa 119:105
105 Dubbiin kee miilla kootiif ibsaa dha,
daandii koo irrattis in ifa*.
• 2 Ximotewos 3:16-17
16 Caaffanni qulqullaa'aan hundinuu geggeessaa hafuura Waaqayyootiin caafame; barsiisuuf, balleessaa hubachiisuuf, qajeelchuuf, qajeelummaattis leejjisuudhaaf dhimma in baasa*.
17 Namni Waaqayyoo waa gochuuf kan danda'e, hojii gaarii hundumaafis kan qophaa'e akka ta'u in godha*.