Walumaa Galatti Abbaltiin Garee Keenyaa Isa kana fakkaata Eebbifamaa βΌοΈ
Waaqayyo Dachaa Dachaan Ayyaana Fi Ogummaadhan isin Haa GuutuβΌοΈ
Nuu jiraadhaa βΌοΈππππππππππππ
Namoonni Baay'een 8, 7, 6..... Hanga 4 galmeessan baay'een isaanii jiru ,Wanti guddaan Qabxii olaanaa Fi Gadaanaaa ilaaluu osoo hin Taane Sagalee waaqayyoo Bifa Garaa Garaan Wal qo'achiisudha
Dhuguma Wanti Kun Waaqayyotti Akka Tolu Namni kamuu Beekuu kan qabuudha βοΈ
Hundinuu Dhidhimee baduuf Jira Garuu Sagaleen Waaqayyoo Baruma Baraan jiraataβΌοΈ
Eebbifamaa Isin jaalannaβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈβ₯οΈ