Gaaffii Adda Baaftuu Macaafa Qulqulluu Irratti Hundaa'e::
#HUB:: Yeroon Isiniif Kenname Daqiiqaa "15"
❄️ Gaaffiiwwan Armaan Gaditti dhihaatan Keessaa Qubee DEEBII Quubsaa qabatee jiru Filadhu
1. Wanti Tiksee Gaarii Fi Isa Dhugaa , Tiksee Isa Kaanirraa Adda taasisu Inni guddaan Maalidha❓
A. Hoolota Isaa Yeeyyii irraa eeguu
B. Hoolota Isaa Gara Marga Isa gaaritti Yaasuu
C. Hoolota Isaaf rifeensa haaduu
D. Hoolota Isaaf Lubbuu Kennuu
E. Hundinuu deebii tahu
2. Sababni ijoon Alaazaar obboleessa Maariyaamii Fi Maartaa du'aaf Isa Saaxile Maal Ture ❓
A. Dhukkuba Hamaadhan Qabamuu
B. Ulfina waaqayyoo muul'isuu
C. Ilmi waaqayyoo Ittiin ulfina argachuu
D. B Fi C
E. Hundinuu Deebidha
3.Giriikonni Yeroo “Yesusin arguu feena, Jedhanii Bartoota Gooftaa gaafatan Isaan walii wajjin dhaqanii Yesusitti himan Eenyu Turan❓
A. Indriiyaasii fi Filiphos
B. Yohaannisii Fi Phexros
C. Yihudaa Fi Yaaqoob
D. Yihudaa Fi Toomaas
4. Abboommin Haaraan Yesuus Bartoota Isaaf kenne ykn abboome Inni guddaan Maalidha ❓
A. Guyyaa Guyyaan akka Sooman
B. Waliisaanii Akka jaallatan
C. Hiyyeessota Akka gargaaran
D. Seera Akka barsiisan
E. Hundinuu deebii dogongora
5. Kan armaan gadii Keessaa Inni irra Caalaatti amantii qabnu argisiisuudhaaf Karaa nuu tahu Isa Kami❓
A. Obsaan danda'uu
B. Beekumsa
C. Gaarummaa
D. Of Qabuu
E. Hunda
DEEBII Qofa Barreessitu‼️