Forward from: Save Oromia πͺ
Qalii ilman saba
Qalbiin nacaqasaa!
Tokumma jabessaa
Oromumma cimsaa
Wallalaa barsiisaa
Kan ballese gorsa
Dhugaa agarsisaa
Safuu oromo tiysa
Lagadhaa abarsa
Hinaffaa lakkisaa
Dhadhessaa wal farsaa
Jaalala kununsaa
Kabajaa baay'isaa
Madaa wal fayyisa
Haqaa godaanisaβΌ
#OromoVoice https
Qalbiin nacaqasaa!
Tokumma jabessaa
Oromumma cimsaa
Wallalaa barsiisaa
Kan ballese gorsa
Dhugaa agarsisaa
Safuu oromo tiysa
Lagadhaa abarsa
Hinaffaa lakkisaa
Dhadhessaa wal farsaa
Jaalala kununsaa
Kabajaa baay'isaa
Madaa wal fayyisa
Haqaa godaanisaβΌ
#OromoVoice https