ሂጅራ ባንክ ከወለድ-ነፃ የባንክ አገልግሎቶችን በተመለከተ የህብረተሰቡን ግንዛቤ ለማሳደግ የሚያካሂደውን ንቅናቄ በማጠናከር ከነገ ጀምሮ በእስላማዊ ፋይናንስ ዘርፍ ጋር በተያያዘ ያሉ ተግዳሮቶች፣ የአገልግሎት አቀራረቦች (ሞዴሎች) እንዲሁም ወቅታዊ ተግባራት ላይ ያተኮረ ስልጠና ለ3ኛ ዙር ሰልጣኝ ኡለሞች ለሁለት ቀን የሚቆይ ልዩ ስልጠና በአያ አዲስ ሆቴል ይሰጣል። የስልጠናው ተሳታፊዎች ከአዲስ አበባ እና ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልል የተወጣጡ ዱዓቶች፣ መሻኢኮች እና ኢማሞች ሲሆኑ ስልጠናዉ የሚሰጠው በአሁን ወቅት የሂጅራ ባንክ አለም አቀፍ የሸሪዓ አማካሪ በሆኑት ፕሮፌሰር ዶ/ር ፈድል ሙራድ ነዉ። ስልጠናዉም የሃላል ኢኮኖሚ ግንዛቤን በማስጨበጥ ረገድ ጉልህ ሚና ይኖረዋል ተብሎ ይጠበቃል።
Baankiin Hijraa, sochii xiyyeeffannoo hawaasaa waa’ee tajaajila baankii dhala irraa bilisa ta’e guddisuuf taasifamu keessatti, qormaata addunyaa, Moodeelota tajaajilaa fi gochaalee ammayyaa dameelee faayinaansii Halaalaa irratti xiyyeeffachuun, guyyaa boruu irraa eegalee leenjii addaa marsaa 3ffaa guyyoota lamaaf turu ulamaa’otaaf Hoteela Ayaa Addisitti ni kenna. Leenjiin kun du’aatoota, Mashaa’ikoota, fi imaamota filatamoo Finfinnee fi Naannoo giddu-galeessa Ityoophiyaa irraa dhufaniif kan kennamu yoo ta’u, leenjicha kan kennan, yeroo ammaa gorsaa shari’aa idil-addunyaa Baankii Hijraa kan ta’uun kan tajaajilaa jiran Piroofeesar Doktar Faadl Muraadiin yoo ta’u sirna dinagdee Halaalaa lafa qabsiisuudhaaf leenjichi murteessaa ta’utu abdatama.
#HijraBank #UlemaTraining #IslamicFinance #ShariahBankingahBanking #InterestFreeBanking