ሂጅራ ባንክ ለ3ኛ ዙር ያዘጋጀዉን የኡለማ ስልጠና መርሃግብር ማካሄድ ጀመረ።
ሂጅራ ባንክ የኢስላማዊ ፋይናንሰ ዘርፍን በተመለከተ በተለያየ ግዚያቶች ሲሰጥ የነበረዉን ስልጠና በማስቀጠል በዛሬዉ እለት ለ3ኛ ዙር ሰልጣኞች ለሁለት ቀን የሚቆይ ስልጠና በአያ አዲስ ሆቴል ማካሄድ ጀምሯል።
በስልጠናዉ መክፈቻ ዝግጅት ላይ ንግግር ያደረጉት የሂጅራ ባንክ ፕሬዝዳንት አቶ ዳዊት ቀኖ እንደገለፁት ባንኩ ከተመሰረተበት ግዜ አንስቶ የማህበረሰባችንን ግንዛቤ ይበልጥ ለማጎልበት እየሰራ መሆኑን ጠቅሰው ባንኩ እያስመዘገበ ላለዉ ስኬት ዑለማዎች ትልቅ ሚና አለቸዉ ብለዋል። በተጨማሪም ባንኩ ላለፉት ግዚያቶች በተመሳሳይ መልኩ ከተለያዩ የሀገሪቱ ክፍሎች ለተወጣጡ ዑለማዎች ስልጠና ሲሰጥ መቆየቱን በመግለፅ በዚህ ዙር ስልጠናዉን የሚወስዱት ከአዲስ አበባ እና ከማዕከላዊ ኢትዮጵያ ክልሎች የተወጣጡ ዑለማዎች መሆናቸዉን በመጥቀስ ለተሳታፊዎች የእንኳን ደህና መጣችሁ መልዕክታቸውን አስተላልፈዋል።
ስልጠናዉ ለሁለት ተከታታይ ቀናቶች የሚቀጥል ሲሆን ስልጠናዉን የሚሰጡት አለም አቀፍ የሂጅራ ባንክ ሸሪዓ አማካር የሆኑት ፕሮፈሰር ዶ/ር ፈድል ሙራድ ነቸዉ።
Baankiin Hijraa Leenjii Ulamaa'otaa marsaa 3ffaaf kennuu eegalee jira.
Baankiin Hijraa leenjii hubannoo faayinaansii Islaamaa damee adda addaatiin kennaa ture itti fuufsisuun leenjii ulamaa’otaa marsaa 3ffaa kan guyyaa lamaaf turu har'a Hoteela Ayaa Addisiitti geggeessuu eegaleera.
Sirna baniinsa leenjii kanarratti haasawa kan taasisan Pireezidaantiin Baankii Hijraa Obbo Daawit Qannoo akka jedhanitti, baankichi erga hundeeffamee kaasee hubannoo hawaasa keenyaa guddisuuf hojjachaa turuu isaatii fi milkaa'ina baankichaa keessatti Ulamaa'onni gahee olaanaa taphachuu isaanii ibsaniiru. Dabalataanis baankichi kanaan duras haala wal fakkaatuun Ulamaa’ota kutaalee biyyattii adda addaa irraa dhufaniif leenjii kennaa akka ture ibsuun, yeroo kanas leenjii kana kan fudhatan Ulamaa’ota Finfinnee fi Naannoo Giddugaleessa Itoophiyaa irraa dhufan ta’uu eeranii hirmaattotaaf ergaa anaa dhufu dabarsaniiru.
Leenjichi guyyoota lama walitti aansuun kan kennamu yoo ta’u, akka Idil Addunyaatti Gorsaa Shari’aa Baankii Hijraa kan ta’an Piroofeesar Dr. Fadl Muraad leenjicha kan kennan ta’a.
#HijraBank #IslamicFinance #UlemaTraining #FinancialAwareness #ShariahFinance