nama ta'uu yoo feete wantoota armaan gadii kana guuti
nama ta'uu yoo feete fedhii kee dhiisii sammuu kee dhaggeeffadhu
ilma namaatiif yoo jiraatte ati hin jirtuu beeki. kanaaf dursa ofii keetiif bakka kennii ofiif jiraadhu.
waan ilmi namaa qabutti hin hinaafin jibbaa irraa fagaadhu. fedhii foonitiif jettee hin gugguufin
warra sin fakkaanne irraa fagaadhu. boonaa fi oftuulummaa jabeessii baqadhu. masluufummaan diina jireenyaati tolchii hubadhu.
amantii keetiif utubaa ta'ii jiraadhu. jireenya kee injifachuuf rabbii kee tolchii qabadhu. tattaaffii kan kee rabbiin galmaan siif gaya.
du'a kee tolfachuuf ammoo soomi, salaati, zakaa fi sadaqaa waan qabu kennadhu. rakkataa gargaari beelayaa nyaachisi kan daare uffisi.
yeroo hunda dhugaa dubbadhu soba irraa fagaadhu. fakkaattee hin jiraatin of ta'ii jiraadhu.
ilma namaa miidhuuf hin hawwin yeroo kee bakka hin taanetti hin gubin boruun kee waan ta'u hin beektu kanaaf rabbii kee tolchii qabadhu.
waan hunda kan raawwatu rabbi rabbiin warra milkaawu nu haa godhu
Amin Amin Amin