Forward from: Jabeessaa WBO
Injifannoo Zoonii WBO Kibbaa
ONM-ABO Gurraandhala 18,2025
Irree fi gaachana ummata Oromoo kan ta'e WBOn zoonii Kibbaa Koonyaa Gujii Lixaa har’a Gurraandhala 18/2025 Aanaa Galaanaa ganda Dangoo bakkaa adda Wajii jedhamutti waraana faashistii PP irratti tarkaanfii yeroo lama fudhateen loltoota PP 10 ol yommu ajjeesu 7 immoo madoon adabeera.
Injifannooon Uummata Oromoof!
#መረጃ፦ትላንት ማለትም በ18/02/25 ጀግናው የኦሮሞ ነፃነት ሠራዊት ደቡብ ዞን በዓላማ ፅናት ዘመቻ በምዕራብ ጉጂ ዞን ገላና ወረዳ ዳንጎ ቀበሌ ልዩ ስሙ ዋጂ በተባለ ቦታ በሁለት ዙር በወሰደው እርምጃ 10 ቀርጥፎ 7 ክፉኛ አቁስሏል....