Mana isaati galgalaan baasaniit rasaasan dhahanii gatan.
Baraan goota awwaalla, dhiitee bariitu hayyuu qarayyoo sabaa of biraa dhabna, ganna dhufaa darbaa sabboonaa coranii ajjeesu nutis tibbuma tokko boonyee dhiifna. Akkanatu nu’i, nutu akkasi!
Barsiisaa Daawwit Bulchiinsa magaala buraayyuu keessa mana Jireenya isaatii galgala tikni mootummaa fi hidhattoonni gandaa dhaqanii qabanii deeman. Buufata poolisii bulchiisa magaalaa buraayyuu keessatti rasaasan erga rukutanii booda baasanii kilinika buufata poolisii cinaa jiru balbalarratti gatanii biraa miliqan. achii namoonni naannoo fi maatin hordofanii waldhaasa olaanaadhaaf Hoospitaala ABET galchanii waldhaansisaa guyyaa sadi yaalchidanis lubbuu isaa oolchuf hin carroomne.
Barsiisaa Daawit Baqqanaa Godina Wallagga lixaa magaalaa mandii keessaatti namni hin beekne hin jiru. Dararaa lafa dhalootaa isaatti irratti raawwatamu ijibbaatee gara buraayyuu erga godaanee waggaa kudhanii ol ta’us amma kunoo warri hidirsaa ture…!
Maati fi hiroyyoota isaa hunda addatti hiriyyaa koo Gamada B Abdisa waaqayyo jajjabina isiniif haa kennu. Kana caala jecha hin qabu😢
በጥይት ራሷን የቻለች ሀገር ይሀዉ ዛሬ ይሄን የሞቀ ቤተሰብ በትናለች:: አዎ ስንዴ ለተራበ ዜጋዋ ድሮን ከምታመርት ሀገር የኚህን እምቦቆቅላ አባት ብትነጥቅ, ለዝህች የሴት ወይዘሮ ባዶ ጎጆ ከነዚህ ነፍስ ካላወቁ ጨቅላዎች ጋር ብታስታቅፍ የስልጣናቸዉ ምስ ደም.. የመሰዊያ ታዛዉ ብልፅግና ነዉ እና የሚገርም አይሆንም::
መምህር ዳዊት ከቡራዩ ቤቱ ተወስዶ ፖሊስ ጣቢያ ቢያደርሱትም እዚያ ግቢ ስልጣን የጀገናቸዉ ፈሪዎች በጥይት ዶፍ ተቀብለዉታል:: ፖሊስ ጣቢያ ዉስጥ ገደሉት እንዳይባሉም ከፖሊስ ጣቢያዉ አጠገብ ባለዉ ክሊኒክ በር ላይ ጣሉት:: እንዲህ ባለ ጭካኔ ዛሬም እኚህን የቤተሰብ መሪ የሀገር ቅርስ መምህር ለስጣናቸዉ ምስ መስዋዕት አድርገዉታል::
https://www.facebook.com/share/15y3A92g4n/?mibextid=wwXIfr