Forward from: Elias K. Law Room
✋🙏Turtiin Mana Murtii fi ILQSO koo kanumaan xumurame jira.✋
👉Namoonni baay'ee yeroo kana agartan akka hin amanne nan hubadha. Anis ogummaa A/Seerummaa fi Leenjisummaa amma irra jiru nan gadhiisa jedhee hin yaadun ture. Haata’u malee, yeroo dhiyootii asitti yaadni kun natti deddeebi’uu eegale. dhuma irratti yaadni gadhiisuu qabda jedhu ol’aantummaa argachuudhaan dubbiin murtamtee jirti.
👉Kanaaf MM G/H/Liixaa Aanaa Masalaa (shanan dhugoo) tti bara 2005 irraa kaasee M/M sadarkaa adda addaatti hojjachuun hanga leenjisaa ILQSO tti tajaajileen jira. xiqqaatus sirna haqaa naannoo keenyaaf gumaacha godheera.
Adeemsa hojii keessatti bu'aa bayii hedduu keessa darbuudhaan gargaarsa Waaqayyootiin har'a irra gahee jira.
👉Sadarkaa amma jiru irra akkan gahu namoonni hedduu na jajjabeessaa turtan guddaa galatoomaa.
👉Adeemsa hojii keessatti namoota isin muufachiise hundii keessan dhiifama gaafadheen jira.
👉Amma tajaajila Abukaatumaatiin muuxannoo, naamusaa fi dandeetti qabuun tajaajiluuf qophii koo xumureen jira.🙏🙏