#107
"#Ofii jettu mi'aayi yookaan dhagaa jadhanii sigatu," jedhe soogiddaan.
"#Iyyan malee hin dhalchanii?" Jedhe kormaan hoolaa korbessa re’en.
#Alagaa fi dukkanatti ija hin babaasan.
@Mammaaka_Oromoo