Mammaaksota Dubartootaaf mammaakame.
1. Heeruma dharraanee heerumnaan rarraane.
2. Asuu oolle jette kan heerumaaf muddamte”
3. Takkittii qayyannee kaduraa hanqannee yookiin takka qayyannee lukaa gubanne.
4. Bakka dhiiganii hin fiigan.
5. Kana muranii kamiin fincaayan jette haati manaa inni ofirraan mura jennaan.
6. Kaanittuu abbaa argadhu jette haati intalaan.
7. Intalti ariifattuun haadha ciniinsuu barsiifti.
8. Akkan beekuttin dhalaa nadhiisaa jette intalti harka
namaa diddu.
9. Sirbaaf bahanii morma hin dhokfatan jette intalti waa hin
saalfanne.
10. Akka ebaluuttin sirbaan morma nama jallifti jette intalti
qalbii qabdu.
11. Mucaa deenya malee mucaa hin geenyu jette intalti of tuffatte.
12. Wal akkeessee ollaan marqaa balleesse jette intalti ofiin bultu.
13. Ati qoosi kan dhiirsi daa'imaa jette intalti abbaan manaa ishee jaarsaa.
14. Har’allee moo jette haati ijoolleen beeloofne jennaan isiin bakka cidhaatii quuftee waan galteef.
15. Ani ofiif hin jenne, mucaan keessan kan hangafaa sun fuudha hin geenyee? jette intalti mucaa kajeelte.
16. Soddaa fi daa'ima hin duudhatan.
17. Ana bakki na dhukubu asii mitii maraafuu bakkuma gooftaan kiyya jedhe san na koobaa jette bookeen.
@Mammaaka_Oromoo 🚀