"Michuu Atis kaaffee fayyadamtamoo?"naan jette. Silaa biyya kanatti fammasuun rakkoodha. Isan dhiyeenya gooddanyaa isheetti waa dubbadheemmoo dhageesseetti natti fakkata.
Akkuma qoosaa wayiin sister'n ko lamaan Canada Akka jiran, father'n konkolaataa ISUZU 4 Fi baasii 2 Akka qabu,amboo Fi adaamaatii gamoo Akka qabnu,anis kaayyoof jedhee asitti jireenya Nan madaallee jiraachaa akkan jiru waa keessaa dudubbadheen ture Nan yaadadha. Passport akkan qabuu Fi process' biyya alaa deemuuf xumuraa akkan jirus dubbachuuko numan beeka. Kana mana bunaa wayiittin haasa'e beekaa!
Jalqabumaa,manumti bunaa gaarii dhabnekaa magaalaa kanaa dhiiro jedhee eegallaan callistee ijakeessa na ilaaluu eegallaan oduuko gadnaquun eegale.
Ergasii akkaataan dubbisashees liyyenatii uumuu eegale. Hiriyoonni ishees na ho'isuu eegalan.
Garuu Ani akkan dubbadheyyuu dagadheen ture😁
Mee nagaan oolaaka!