Maaloodha yaa dachee
Maaliif Hin Dubbattuu
Nama Hundaa Nyaattaa
Hiyyeessan Tuffattuu
Beekaa Fi Beekamaa
Walumatti Guurtaa
Wollaalaan tuffattuu
Kichuus liqimsitaa
Kee Na Dhibe Dachii
Buusee Baasee yaadee
Arra Gaaffii Xiqqoon
Siif Himuu Barbaadee
Natti Himuu dandeessaa
Nama Meeqa Nyaattee
Daa'imaas Hin Dhiisiin
Natti Himi Kan Nyaattee
Uuffee Maalodha
yaa dachee...🤣
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟
Maaliif Hin Dubbattuu
Nama Hundaa Nyaattaa
Hiyyeessan Tuffattuu
Beekaa Fi Beekamaa
Walumatti Guurtaa
Wollaalaan tuffattuu
Kichuus liqimsitaa
Kee Na Dhibe Dachii
Buusee Baasee yaadee
Arra Gaaffii Xiqqoon
Siif Himuu Barbaadee
Natti Himuu dandeessaa
Nama Meeqa Nyaattee
Daa'imaas Hin Dhiisiin
Natti Himi Kan Nyaattee
Uuffee Maalodha
yaa dachee...🤣
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟