๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐บ๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐ฎ๐ป ๐บ๐๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฟ๐ฎ๐ธ
Ramadaanni dhufe
Kunoo wol'arginee
Ulaarra dhaabatee
Barrii ittii banee
Haga humna keenyaa
Kayriidhaaf hawwinee
Hedduut woliin jiraa
Keessummaan Baayyeedha
Hundumtuu olseenaa
Jedhe ummanidhaa
Jennaan soomni didee
Waa tokko himate
Sheexaanni gadi bahi
Jedheetu himatee
Sheexaannis hin dinne
Deemeetu hidhame
Dafee soomni seennaan
Kaan achii dhabame
Anis nin gaafadhe
Meerre warri kaanii
Jennaan soomni dafee
Hime dhugaa saanii
Gaafa nan olseenu
Ajriin koo Baayyeedha
Ataraawwii fa'atu
Anuma keessadhaa
Hundumtuu ni jiraa
Hin hafne bakkeetti
Kan Manatt olseenee
Hunduma saaniitii
Kan Atin agarre
Maqaanis Baayyeedha
Qur'aana agartee
Anuma keessadha
Osoo Atin argin
Fudhee nan seenedha
Inshaalaah fedha saan
Waan hundaa hojjanne
Miskiina gargaaruu
Hajrii yoo Argannee
Sooma soomuu jechuun
Afaan qofaa mitii
Nyaata fi dhugaatii
Dhisuu qofaa miti
Waan rabbiin sidhowwe
Hundarraa dhorkamtee
Haala hadiisnii jedheen
Soomana soommattee
Inshaalaa mana kee
Borii ijaarattee
Rabbiin nuuf haa laatu
Duniyaa halaalaa
Kan Gaaffiin qabaannee
Boru Gaafa Awwaalaa
โ๏ธ๐ผ๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
โช@Musaab_Naasir๐
โช@Musaab_Naasir๐
เผเผเผเผเผเผเผเผเผเผเผ
๐ย ย ย โคย ย ๐จ๏ธย ย ย ย ย ย โ๏ธ
หกโฑแตแตย สณแตแตแถแต แถแตแตแตแตโฟแต หขสฐแตสณแต
Ramadaanni dhufe
Kunoo wol'arginee
Ulaarra dhaabatee
Barrii ittii banee
Haga humna keenyaa
Kayriidhaaf hawwinee
Hedduut woliin jiraa
Keessummaan Baayyeedha
Hundumtuu olseenaa
Jedhe ummanidhaa
Jennaan soomni didee
Waa tokko himate
Sheexaanni gadi bahi
Jedheetu himatee
Sheexaannis hin dinne
Deemeetu hidhame
Dafee soomni seennaan
Kaan achii dhabame
Anis nin gaafadhe
Meerre warri kaanii
Jennaan soomni dafee
Hime dhugaa saanii
Gaafa nan olseenu
Ajriin koo Baayyeedha
Ataraawwii fa'atu
Anuma keessadhaa
Hundumtuu ni jiraa
Hin hafne bakkeetti
Kan Manatt olseenee
Hunduma saaniitii
Kan Atin agarre
Maqaanis Baayyeedha
Qur'aana agartee
Anuma keessadha
Osoo Atin argin
Fudhee nan seenedha
Inshaalaah fedha saan
Waan hundaa hojjanne
Miskiina gargaaruu
Hajrii yoo Argannee
Sooma soomuu jechuun
Afaan qofaa mitii
Nyaata fi dhugaatii
Dhisuu qofaa miti
Waan rabbiin sidhowwe
Hundarraa dhorkamtee
Haala hadiisnii jedheen
Soomana soommattee
Inshaalaa mana kee
Borii ijaarattee
Rabbiin nuuf haa laatu
Duniyaa halaalaa
Kan Gaaffiin qabaannee
Boru Gaafa Awwaalaa
โ๏ธ๐ผ๐๐๐๐๐ ๐ฝ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
โช@Musaab_Naasir๐
โช@Musaab_Naasir๐
เผเผเผเผเผเผเผเผเผเผเผ
๐ย ย ย โคย ย ๐จ๏ธย ย ย ย ย ย โ๏ธ
หกโฑแตแตย สณแตแตแถแต แถแตแตแตแตโฟแต หขสฐแตสณแต