Eenyutu Na Beeka?
Fulleetti Na Laaltee
Natti of Fakkeessaa
Barii Obboroo Kaatee
Waa'eekoo Odeessaa
Seenaa Badii Kiyya
Gaarii Fakkeessitaa
Wontoota Gaggaarii
Fulleetti Dheessitaa
Namoota Milkaa'oo
Maqaa Balleessitaa
Seenaa Kiyya Badaa
Gaariidhaan dubbattaa
Bifti Koo Adiidhaa
Homaan Qabu Xurii
Sitti Fafakkaadhee
Yeroo Jiru Barrii
An Harra Deemeeraa
Haalli Naan Mijannee
Akkuma Dur Jennee
Woliin Dudubbannee
Si Dhiisee Deemeeraa
Arra Mana hidhaa
Deemaa Gagammadaa
Siniif Harri Cidhaa
Boonyee Adda Baanee
Guyyaan Koo dhumattee
Atis na Dhiifteetu Hĥĥ
Raamadaana Filattee
Ani Abdii Hin Kutuu
Taa'eetan Si Eegaa
Haga Jiini Dhumtuu
Maal Haa Godhureegaa🤺
🌟Nuun Jedha sheeyxannii
Kan Nutti taphatuu
Osoo Lubbuun Jirruu
Kan Nu Awwaallatuu
Deemi Jennee Kaanee
Arrarraa Eegallee
Sheeyxaannii Baayyeen
Yoona hidhaa Galee
🎉Alhamdurillah 🎉
Baga sooma Eegallee🎉
✍️Musaab Naasir
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟
Fulleetti Na Laaltee
Natti of Fakkeessaa
Barii Obboroo Kaatee
Waa'eekoo Odeessaa
Seenaa Badii Kiyya
Gaarii Fakkeessitaa
Wontoota Gaggaarii
Fulleetti Dheessitaa
Namoota Milkaa'oo
Maqaa Balleessitaa
Seenaa Kiyya Badaa
Gaariidhaan dubbattaa
Bifti Koo Adiidhaa
Homaan Qabu Xurii
Sitti Fafakkaadhee
Yeroo Jiru Barrii
An Harra Deemeeraa
Haalli Naan Mijannee
Akkuma Dur Jennee
Woliin Dudubbannee
Si Dhiisee Deemeeraa
Arra Mana hidhaa
Deemaa Gagammadaa
Siniif Harri Cidhaa
Boonyee Adda Baanee
Guyyaan Koo dhumattee
Atis na Dhiifteetu Hĥĥ
Raamadaana Filattee
Ani Abdii Hin Kutuu
Taa'eetan Si Eegaa
Haga Jiini Dhumtuu
Maal Haa Godhureegaa🤺
🌟Nuun Jedha sheeyxannii
Kan Nutti taphatuu
Osoo Lubbuun Jirruu
Kan Nu Awwaallatuu
Deemi Jennee Kaanee
Arrarraa Eegallee
Sheeyxaannii Baayyeen
Yoona hidhaa Galee
🎉Alhamdurillah 🎉
Baga sooma Eegallee🎉
✍️Musaab Naasir
➪@Musaab_Naasir🌟
➪@Musaab_Naasir🌟