Daawit yaaʼii guutuu duratti akkana jedhee Waaqayyo galateeffate;
✍️“Yaa Waaqayyo, Waaqa abbaa keenya Israaʼel
bara baraa hamma bara baraatti
galanni siif haa taʼu.
✍️ Yaa Waaqayyo sababii wanni samii fi
lafa irra jiru hundi kan kee taʼeef guddinnii fi humni,
ulfinni, surraa fi simboon kan kee ti.
✍️Yaa Waaqayyo mootummaan kan kee ti;
ati waan hunda irratti mataa ol ol jettee dha.
✍️ Badhaadhummaa fi kabajamuun si biraa argama;
ati bulchaa waan hundaa ti.
Ol ol guddisuu fi waan hundaaf jabina kennuuf, jabinnii fi humni si harka jira.
✍️ Ammas yaa Waaqa keenya, si galateeffanna;
maqaa kee ulfina qabeessa sanas ni jajanna.
(@Far10-13)
(@Naar_dos
Atti waqayyoo keenya wan tateef Galatomi Goftaa keenya🙏