🗣️ Maartiin Ødegaard, kan tapha galgalaa irratti taphataa cimaa jedhamee filatame, gareen isaa tapha gaarii akka taphatees dubbateera.
Ødegaard, “Gaarii taphanne,garuu kana caalaa fooyya’aa taphachuu fi galchiiwwan dabalataa galchuu ni dandeenya turre” jedhe.
Dabalataanis, “Qulqullinni taphattoota garee kana keessa jiru nama ajaa’iba. Taphataa kamiyyuu jalqabaa gootanii yoo taphachiiftan, waan gaarii ni hojjeta. Sadarkaan keenya baay’ee ol ka’eera” jechuun ibse.
Ødegaard waggaa darbe miidhaa garaagaraatiin yeroo rakkisaa keessa darbuu isaa eeruun, “Waggaa darbe miidhaa hedduudhaan qoratamaan ture,garuu bara kana 100% qophaa’eera” jechuun dubbateera.
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII