Posts filter


🟢Baarseloonaan taphataa  sarara ittisaa bitaa Alehaandro Baaldee gurguruu akka danda’u Sport gabaaseera.

Taphataan lammii Ispeen umuriin isaa 22 ta’e, leenjisaa isaa Haansii Fiiliik waliin walitti bu’iinsa keessa galee jira jedhameera. Baaldeen keessumaa Maanchistar Yuunaayitid biratti barbaadamaa jira.

😊 YOU TUBE  KUSH SPORT  || ⬇️⬇️
📤http://bit.ly/3HhQyqv

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️


Forward from: 🎰 BARO GAMES
🎡💥 Naannessaa — Battalumatti badhaasaan badhaadha! 💥🎡
Naanna'iinsi kaffaltii hundi mo'annaa haaraa fi guddaa isiniif fida! Ammuma taphadhaa, boonasii keessan fudhadhaa! 🎁✨
🎁 Ispiinii gurguddaa = Mo'annaa gurguddaa! 📱
📲 Ammuma naannessaa, mo'adhaa፦ 👉 @barogames_bot
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🤖 Bootii: @barogames_bot
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


❗️❗️❗️❗️❗️

Christopher Nkunku Ergisaan AC Milan Irraa Gara RB Leipzig

[Fabrizio Romano🎖]

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🇪🇸🇪🇸Tapha Laaliigaa Ispeen Torbee Jalqabaan Barseelonaan Morkaata isaa Elche Goolii bayyee 5 fi 0 dhaan Dirreef Deeggartoota isaa fulduraatti injifaatera Tapha kananiis Raafinaa fi Fermiin Lobeez Goolii lama lama yoo Galcheen Mallatteessee Barseelonaa haaraa kan tahe Adiyeemiin Goolii 1 lakkoofsisuu danda'eera

➡️Tapha kananiis Rafinaanan Taphata urjii taphichaa jedhamuun badhafaameera

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🚨💥 Unai Emery waa’ee Waatkiins taphachuu diduu irratti:

“Gaaffii kanaaf ani deebii kennuu Hin Danda'u. Waatkiins deebisuu danda’a.”

Waatkiins gara Al Hilaalitti ce’uu barbaada: ulaagaalee dhuunfaa irratti waliigalteen guyyoota muraasa dura xumurameera, mariin kilaboota gidduus itti fufaa jira.

[Fabrizio Romano]


🚨Al Hilaal Gaabriyel Maartineellii Arsenaal irraa mallatteessuuf waliigaltee hordofaa jira.

Arsenaal taphataa Biraaziil kanaaf tilmaamaan paawundii miliyoona 60 gaafata. Mariin itti fufaa kan jiru yoo ta'u, Maartineelliinis ce'umsa kanaaf Banaadha.

[ David Ornstein]


Forward from: 🎰 BARO GAMES
💰🔄 10% CASH BACK — Deebii qabdu! 🔄💰

Qarshii guyyaa guyyaan dhabdan irraa deebii 10% (Cashback) argadhaa! Baro Games biratti kisaaraan hin jiru — carraa kaashbaakii guyyaa guyyaan argattaniin fayyadamtanii deebitanii mo'adhaa! 💸✨

📲 Register & Play: 👉 @barogames_bot
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


📉 Tottenham jalqaba bara dorgommii 2024/25 irraa eegalee taphoota Pirimeer Liigii 40 injifatameera. Yeroo kana keessatti Tottenham caalaa kan mo'ame Wolves qofaadha. 😬

YOU TUBE  KUSH SPORT  || 👇👇
http://bit.ly/3HhQyqv

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII


🚨Mancheester Siitiin bakka Savinio buusuuf taphataa sarara fuulduraa umuriin isaa waggaa 22 ta'e Alan Andreyed Euro miiliyoona 40-n fiduuf dhihaateera.

Fabrizio Romano

YOU TUBE  KUSH SPORT  || 👇👇
http://bit.ly/3HhQyqv

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII


🗣 “Cheelsiin bara kana waancaa liigiitiif ni morkaata jedhee hin yaadu” — Joon Teerii

Taphataan  duranii Cheelsii Joon Teerii  Cheelsiin bara kana waancaa liigiitiif morkachuu hin danda'u jechuun dubbateera.

🗣 "Waancaa liigiitiif ni morkanna jedheen hin yaadu natti hin fakkaatu kan jedhe Teeriin sadarkaa sana irraa waggaa lamaan duubatti hafnee jirra jechuun ibseera.

Dabalataanis: 🗣Akkuma Liivarpool fi Maanchiistir Yuunaayitiid ceumsa keessa dabarsaa jirra sadarkaa Arsenaal fi Siitii irra jiran sana daddaffiin ga'uu qabna jedheera.



YOU TUBE  KUSH SPORT  || 👇👇
http://bit.ly/3HhQyqv

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@KUSHISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@KUSHISPOORTII


Forward from: 🎰 BARO GAMES
👑💳 Kaffaltii amansiisaa yeroo jennu ragaadhan! 💯💸

Exceptional withdrawal limit for our VIP members.

Miseensota keenya VIP-f qarshii gurguddaa mo'attan saffisaan, amansiisummaan fi haala mirkanaa'een lakkoofsa baankii keessan irratti dhangalaafama! 💎✨

📲 Register & Play:
🤖 Bootii: @barogames_bot
📣 Chaanaalii: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


🚨 Newcastle United fi RB Leipzig kilaboonni lamaanuu taphataa sarara fuulduraa Faransaay Christopher Nkunku AC Milan irraa bitachuuf walqunnamtii uumaa jiru.

[Faabriiziyo Romaanoo]


🟢Bireentfoord Tootenham barbadeesseera.

Tapha torbee jalqabaa Bireentfoord fi Tootenhaam gidduutii taasifameen Bireentfoord goolii 3fi0n injifateera.

Goolii injifannoo Bireentfoord mirkaneessan Pooteers, Yaanlet fi Kaayoodeen lakkoofsisaniiru.

Tapha kanaan Igoor Tiyaagoon Penality argamte osoo itti hin fayyadamin hafeera.

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAAISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAAISPOORTII


🚨Maanchister Yuunaayitid taphoota Priimiyer Liigii jalqabaa 7 keessaa 4 injifatamaniiru.

2020/21: Paalaasiin injifatameera ❌
2021/22: Liids irratti injifannoo ✅
2022/23: Braayitaniin injifatameera ❌
2023/24: Woolvs irratti injifannoo ✅
2024/25: Fulhaam irratti injifannoo ✅
2025/26: Arseenaaliin injifatameera ❌
2026/27: Haalin injifatameera ❌

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🔥🇪🇸Tension rising in Barcelona

📲LINK 👉 https://bit.ly/4bX9h6P

🎰PROMOCODE
▶️ Odasporti

The Catalans have been scoring a lot, but holding off Real Madrid's attack won't be easy task. Can Espanyol catch Real Madrid off guard?

Jump into the action and bet with Melbet!


Jiroonaan Maawuroo Furtaadoo Beenfikaa irraa waliigaltee waggaa 5tiin mallatteessiseera.

Kaffaltii Yuuroo miliyoona 1.


Forward from: 🎰 BARO GAMES
🏆 Carraan kee qarshii miliyoona 1 argachuu as jira! 💸

⚽ Baro Games irratti taphadhu 📲🔥

🔥 Galii daangaa hin qabne argadhu — baasii daangaa hin qabne godhi!

💳 Filannoo siif mijatutti fayyadami: Telebirr | CBE Birr | M-PESA | eBirr

📲 Ammauma gara bakka keenya seeniitii galmaa’i 👉 @barogames_bot
━━━━━━━━━━━━━━━━━━
🤖 Bot: @barogames_bot
📣 Channel: t.me/barogames
🎧 Deeggarsa: @Barosupport1


Aston Viilaan taphataa garee biyyaalessaa Jarmanii Leeyoon Gooreetzkaa mallatteessisuuf waliigaltee irra akka ga'uu abdii guddaa qaba.

Gooreetzkaan dhuma bara darbee irratti Baayermuunik gadhiisee erga bahee booda bilisaan kan taphatu yoo ta'u, Viilaanis taphataa sarara gidduu kana waliin marii Eagaleera.

Viilaan taphaa waancaa addunyaa irratti miidhaa ACL Amaadoo Onaanaa irra ga’e boodaa, Bakka isaa taphataa gatii xiqqaa argamu barbaada ture.

Akkasumas, Villa duraan Bayern Munich waliin Joao Palhinha liqaan fudhachuu fi filannoo ittiin bituuf marii dheeraa gaggeessaa turte.

[David Ornstein]


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🟢Kiristiyaanoo Roonaaldoo fi Joorjinaa Roodiriigeez gaa’ila isaanii dura waliigaltee qabeenyaa (prenup) maallaqa guddaa ilaallatu mallatteessuun isaanii gabaafameera.

Gaa’ilichi sirna dhuunfaa ta’een, mana isaanii ajaa’ibsiisaa kan paawundii miliyoona 30'tti tilmaamamu, Kaaskaayis, Poorchuugaal keessatti raawwatame.

Sanadichi Roonaaldoo fi Joorjinaan “separation of assets”, jechuun qabeenya adda addaa qabachuu irratti waliigaluu isaanii agarsiisa.

Kana jechuun, yoo hariiroon isaanii gara fuulduraatti diigame, Joorjinaan qabeenya gaa’ila keessatti horatame hunda keessaa walakkaa argachuuf mirga hin qabaattu. Qabeenyi tokko tokko kan nama qabeenyicha argate ykn maqaa isaatiin galmaa’e ta’a.

Yoo wal hiikanis, Roonaaldoo fi Joorjiinaan qabeenya maqaa dhuunfaa isaanii irratti galmaa’e gargar hin fudhatan. Qabeenya maqaa isaanii lamaan irratti galmaa’e qofa waliin qoodatu.

Haa ta’u malee, gabaasonni Poorchuugaal irraa madan fi Marca keessattis kan eeraman akka jedhanitti, yoo isaan addaan bahan, Joorjiinaan ji’atti kaffaltii paawundii 85,000 argachuu dandeessi.

Waliigalteen kun, akka gabaasichi jedhutti, erga intalli isaanii Alaanaan dhalattee booda, nageenya maallaqaa Joorjinaa fi ijoollee isaanii mirkaneessuuf hojiirra oole.

Dabalataan, manni Roonaaldoo kan paawundii miliyoona 5'tti tilmaamamu, naannoo beekamaa La Finkaa, Maadriid keessatti argamu, maqaa Joorjiinaa irratti galmaa’uun isaa illee gabaafameera.

🎖Madda:The Sun


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII


🗣️ Maartiin Ødegaard, kan tapha galgalaa irratti taphataa cimaa jedhamee filatame, gareen isaa tapha gaarii akka taphatees dubbateera.

Ødegaard, “Gaarii taphanne,garuu kana caalaa fooyya’aa taphachuu fi galchiiwwan dabalataa galchuu ni dandeenya turre” jedhe.

Dabalataanis, “Qulqullinni taphattoota garee kana keessa jiru nama ajaa’iba. Taphataa kamiyyuu jalqabaa gootanii yoo taphachiiftan, waan gaarii ni hojjeta. Sadarkaan keenya baay’ee ol ka’eera” jechuun ibse.

Ødegaard waggaa darbe miidhaa garaagaraatiin yeroo rakkisaa keessa darbuu isaa eeruun, “Waggaa darbe miidhaa hedduudhaan qoratamaan ture,garuu bara kana 100% qophaa’eera” jechuun dubbateera.

✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII

20 last posts shown.