TGStat
TGStat
Type to search
Advanced channel search
  • flag English
    Site language
    flag Russian flag English flag Uzbek
  • Sign In
  • Catalog
    Channels and groups catalog Search for channels
    Add a channel/group
  • Ratings
    Rating of channels Rating of groups Posts rating
    Ratings of brands and people
  • Analytics
  • Search by posts
  • Telegram monitoring
ODAA ISPOORTII

22 Aug, 12:55

Open in Telegram Share Report

🟢Kiristiyaanoo Roonaaldoo fi Joorjinaa Roodiriigeez gaa’ila isaanii dura waliigaltee qabeenyaa (prenup) maallaqa guddaa ilaallatu mallatteessuun isaanii gabaafameera.

✅Gaa’ilichi sirna dhuunfaa ta’een, mana isaanii ajaa’ibsiisaa kan paawundii miliyoona 30'tti tilmaamamu, Kaaskaayis, Poorchuugaal keessatti raawwatame.

✅Sanadichi Roonaaldoo fi Joorjinaan “separation of assets”, jechuun qabeenya adda addaa qabachuu irratti waliigaluu isaanii agarsiisa.

✅Kana jechuun, yoo hariiroon isaanii gara fuulduraatti diigame, Joorjinaan qabeenya gaa’ila keessatti horatame hunda keessaa walakkaa argachuuf mirga hin qabaattu. Qabeenyi tokko tokko kan nama qabeenyicha argate ykn maqaa isaatiin galmaa’e ta’a.

✅Yoo wal hiikanis, Roonaaldoo fi Joorjiinaan qabeenya maqaa dhuunfaa isaanii irratti galmaa’e gargar hin fudhatan. Qabeenya maqaa isaanii lamaan irratti galmaa’e qofa waliin qoodatu.

✅Haa ta’u malee, gabaasonni Poorchuugaal irraa madan fi Marca keessattis kan eeraman akka jedhanitti, yoo isaan addaan bahan, Joorjiinaan ji’atti kaffaltii paawundii 85,000 argachuu dandeessi.

✅Waliigalteen kun, akka gabaasichi jedhutti, erga intalli isaanii Alaanaan dhalattee booda, nageenya maallaqaa Joorjinaa fi ijoollee isaanii mirkaneessuuf hojiirra oole.

✅Dabalataan, manni Roonaaldoo kan paawundii miliyoona 5'tti tilmaamamu, naannoo beekamaa La Finkaa, Maadriid keessatti argamu, maqaa Joorjiinaa irratti galmaa’uun isaa illee gabaafameera.

🎖Madda:The Sun


✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII
✈️𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODAA_SPOORTII

1.3k 0 0 21
Catalog
Channels and groups catalog Channels compilations Search for channels Add a channel/group
Ratings
Rating of Telegram channels Rating of Telegram groups Posts rating Ratings of brands and people
API
API statistics Search API of posts API Callback
Our channels
@TGStat @TGStat_Chat @telepulse @TGStatAPI
Read
Академия TGStat Telegram Research 2019 Telegram Research 2021 Telegram Research 2023
Contacts
Справочный центр Support Email Jobs
Miscellaneous
Terms and conditions Privacy policy Public offer
Our bots
@TGStat_Bot @SearcheeBot @TGAlertsBot @tg_analytics_bot @TGStatChatBot