Yaada laphee nama tuquu kan leejendiin yeroo hundumaa kilaba keenyaa Iyaan Raayit dhimma Maartiineelii irratti kenne፦
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
🗣 "Akkaataan Maartiineeliin yeroo ammaa kana itti qabamaa keessummeeffamaa jiru dhugumaan miira badaa akka natti dhaga'amu na taasiseera. Garee keessatti wanti tokkollee akka isatti hin beeksifamne fi maaltu deemaa akka jiru akka hin beekne nan beeka. Arsenaaliif taphoota gurguddoo irratti gooliiwwan murteessoo galcheera; yeroo hundumaa dandeettii isaa %100 ni kenna; kanaafis kabaja fooyya'aadhaan isa keessummeessuu kan isa dandeessisu waan gahaa Arsenaaliif raawwateera jedheen yaada. Gaabiif wantoonni hundinuu haala gaarii fi sirrii ta'een akka isaaf itti fufan nan hawwaaf.
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11