ODUU ARSENAL


Channel's geo and language: Ethiopia, English


The Best and Trusted Arsenal Channel in afaan oromoo
Dm for promotion @Nasix12

Related channels

Channel's geo and language
Ethiopia, English
Statistics
Posts filter


Al-Hilaal  Gaabiriyeel Maartineeliif kaffaltii paawundii miiliyoona £50 hanga £55 gahu dhiheessaniiru Arsenaalis kaffaltii kana fudhachuuf qophii ta'eera.

Mariin waa'ee faayidaa dhuunfaa itti fufee kan jiru yoo ta'u Maartineelis dhiheenyatti murtee isaa dhumaa kan ibsu ta'a jedhamee eegama.
🥺

Fabrizio Romano 🎖


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Happy birthday, Michael Thomas 🥳


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🚨 Wiiliyaam Saliibaan waggoota afran walitti aanan darban keessatti garee cimaa waggaa Piriimiyer Liigii PFA (PFA Team of the Year) keessatti kan hammatame isaa qofadha! 🇫🇷🛡️

Haaluma kanaan bara dorgommii 2025/26 keessattis garee cimaa taphattoota 11n waggaa PFA keessatti hammatamuun isaa mirkanaa'eera. 🌟⚽️

[HandofArsenal]


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🚨 Gabriel Martinelli’n imala isaa Arsenal keessatti gara xumuraatti dhihaachaa jiraachuu danda’a... ⏳

Al Hilal amma Arsenal waliin mari’achuuf hayyama argateera, kanaaf Martinelli yeroo gannaa Arsenal irraa bahuun isaa carraa dhugaa ta’aa jira. 🥹👀

[AFTV]



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🚨Piriimiyer Liigii Ingilaandii keessatti
Taphataa Cimaan Waggaa PFA boru ifooma! 🏆🔥

Rice 🔥
Buruuno 👍🏽

Taphataa keenyaaf carraa gaarii! ❤️🤍🔴⚪️




𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @KUSHISPOORTII


Akkam jirtu maatii Arsenal hundi keessan! 🔴⚪️❤️

Guyyaa guyyaadhaan seenaa taphataa Arsenal tokkoo isinif qooduf qophiidha! 🔥⚽️

Seenaa taphattoota keenya beekuu ni barbaadduu? 👀

❤️ — Nuuf barreessaa
☺️ — Lakkii hin barbannu
🔥 — Baay’ee barbaanna!

Yaada keessan comment keessa nuuf kaa’aa.
Dhukaastota waliin gara fuulduraatti! ❤️🤍🔴⚪️ COYG!”



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🚨 𝐒𝐔𝐏𝐄𝐑 𝐌𝐈𝐊𝐄𝐋 𝐀𝐑𝐓𝐄𝐓𝐀! 🔴⚪️🔥🏆

Mikel Arteta taphoota Premier League 249 keessatti injifannoo 150 galmeessuun, seenaa Premier League keessatti leenjisaa 5ffaa ta’ee taphoota 250 gadi keessatti injifannoo 150 ga’eera! 🏆🔥

🥇 Pep Guardiola — 204 games
🥈 José Mourinho — 231 games
🥉 Jürgen Klopp — 237 games
4️⃣ Sir Alex Ferguson — 247 games
5️⃣ Mikel Arteta — 249 games 🆕

𝐀𝐫𝐭𝐞𝐭𝐚 𝐢𝐬 𝐜𝐫𝐚𝐜𝐤𝐢𝐧𝐠 𝐡𝐢𝐬𝐭𝐨𝐫𝐲! 🤯🔴⚪️



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Arsenaal gatiin jijjiirraa isaa ol'aanaa ta'us jijjiirraa Huliyaan Alvaarez raawwachuuf humna faayinaansii gahaa akka qabanii fi Atleetikoo Maadrid waliinis waliigaltee irra ga'uu akka danda'an amanu. 💰🔴⚪️

Hanga yoonaatti Alvaarez gara Arsenaal jijjiiramuuf eeyyamamamaa ta'uu isaa kan hin ibsine ta'us, Arsenaalonni garuu ammas fedhii isaanii hin dhifnee . ✅👀

[Fabrizio Romano]



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🗣️ Gary Neville: “Arsenal Premier League salphumatti injifachuu qaba.” 🔥🏆


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🚨 BREAKING

Al Hilal Gabriel Martinelli Mallatteessifachuuf Paawondii Miiliyeena £47M Kan Dhiyeesse Yoo Ta'u

Kilabni Keenya Arsenal Dhiyeessii Kana Ilaalchisee Hanga Ammaatti Deebii Hin Kennine

[Gary Jacobs🎖]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Gabriel Martinellin Arsenalitti kan dhufe:
📅 2019🔴⚪️

Hanga ammaatti Arsenal keessatti:
🏟️ Taphoota: 191+
⚽ Goolii: 49+
🎯 Assist: 25+

🏆 Arsenal waliin Premier league, FA Cup fi Community Shield mo’ateera🎖.

Bakka inni irra caalaa taphatu: Left Wing (LW)
Martinelli’n Arsenal keessatti taphataa saffisaa fi dandeettii 1-v-1 gaarii qabu keessaa isa tokko. 🔥❤️‍🔥



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


Captain keenya Martin Ødegaard’n Arsenal keessatti goolii 36ffaa isaa galchuun, goolii taphataa keenya duraanii Cesc Fàbregas caaleera! ⚽️🔴⚪️

🔥 Kan nama ajaa’ibu, Ødegaard’n kana kan raawwate Fàbregas caalaa taphoota 36 xiqqoo taphatee dha! 👀❤️
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🚨 BREAKING

Arsenal Jijjiirraa Gabriel Martinelli Irraa Paawondii Miiliyeena £60M Barbaada

Al Hilal Gabriel Martinelli Mallatteessifachuuf Cimsee Hojjachaa Kan Jiru Yoo Ta'u

Taphatichis Gara Al Hilal Imaluuf Fedhii Agarsiisee Jira

Kilaboonni Lamaan Yeroo Ammaa Kana Jijjiirraa Taphataa Kanaa Irratti Marii Cimaa Taasisaa Jiru

[David Ornstein🎖]

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


🚨 Al-Hilal, Gabriel Martinelli Arsenal irraa mallatteessisuuf Arsenal waliin marii cimaa fi kallattii keessa jira. Oduu kana jalqaba kan gabaafame David Ornstein.

🇸🇦 Al-Hilal, taphataa Biraazil Martinelliif mindaa fi haalota kontiraataa Arsenal irra caalaa fooyya’aa dhiyeessuuf qophii dha.
Al-Hilal duraanis Pedro Neto mallatteessisuuf hojjechaa ture. Garuu mariin isaanii Chelsea FC waliin yeroo ammaa dhaabbatee jira; Chelsea Netoof £100m gaafataa jira.

🔴⚪️ Arsenal ammoo Martinelli irraa naannoo £60m argachuu barbaada. Amma garuu waliigalteen xumuraa hin uumamne; mariin gareewwan lamaan gidduutti itti fufaa jira.


[James Benge]

📊 𝗠𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗿𝘀𝗲‌𝗻𝗮𝗮𝗹 𝗠𝗮‌𝗮‌𝘁𝗶𝗶 𝗝𝗮‌𝗮‌𝗹𝗮𝗹𝗮

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11


🚨BREAKING:

BARCELONA VIKTOR GYÖKERES IRRATTI FEDHII QABA!

Barcelona Viktor Gyökeres, taphataa Keenya, irratti xiyyeeffannoo qabaachuun isaa gabaafamaa jira. 👀

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Bruno Guimarães waa’ee Declan Rice:
🗣️“Inni waan hunda irratti dandeettii adda addaa qaba. Yeroo kubbaa qabatu baay’ee gaarii dha; yeroo ittisaa immoo akka leencaa jabaa dha. Yeroo hunda bakka sirrii ta’etti argama. Dhiibbaa inni giddugala dirree irratti qabuufi naamusni taphaa isaa dhuguma ajaa’ibsiisaa dha.

Dhuma irratti, isaa waliin taphachuu danda’uun koo na gammachiisa. Gara fuulduraatti waliin taanee milkaa’ina guddaa galmeessuu akka dandeenyu nan amana.”




𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Namoonni Admin tatanii oduu arsenaal irratti hojechuu barbaddaan @bravedt irraatti naa dubbisaa

Ulaagaan

➡️Qubee nama seeraan eegee hanga tokko bareesssuu

➡️Tapha arsenaal Dabarsuu kan danda'uu

➡️Oddefannoo aritiin hordofaattoota biran gahu kan danda'uu


📊 Ezri Konsan Seenaa Keessatti Taphataa Sarara Ittisaa Arsenal Gatii Qaaliin Mallatteessise Ta'ee Jira

𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ ||
@ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Waggaa 1 duraa Guyyaa akka har’a 🔙2025

EZE10



𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11


Yaada laphee nama tuquu kan leejendiin yeroo hundumaa kilaba keenyaa Iyaan Raayit dhimma Maartiineelii irratti kenne፦
🗣 "Akkaataan Maartiineeliin yeroo ammaa kana itti qabamaa keessummeeffamaa jiru dhugumaan miira badaa akka natti dhaga'amu na taasiseera. Garee keessatti wanti tokkollee akka isatti hin beeksifamne fi maaltu deemaa akka jiru akka hin beekne nan beeka. Arsenaaliif taphoota gurguddoo irratti gooliiwwan murteessoo galcheera; yeroo hundumaa dandeettii isaa %100 ni kenna; kanaafis kabaja fooyya'aadhaan isa keessummeessuu kan isa dandeessisu waan gahaa Arsenaaliif raawwateera jedheen yaada. Gaabiif wantoonni hundinuu haala gaarii fi sirrii ta'een akka isaaf itti fufan nan hawwaaf.


𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @ODUUARSENAL11
𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || 
@ODUUARSENAL11

20 last posts shown.