Tajaajilli Mana qorichaa Hawaasaa Furtuu sirna dhiheessi qorichaati maaf jenna.
Kutaa 2
Bar 2016 hanga kur 1ffaa 2017 tti.
Waabii: Sagantaa kana yeroo isiniif dhiheessu gamaaggama #BFO n qopheesse akka waabii tti fayyadameera.
By Sufian M (Pharmacist)
November 5th, 2024
Kutaa 2
Bar 2016 hanga kur 1ffaa 2017 tti.
Manneen qorichaa 500 trjaajila kennniiru
bu'aan mnneen qoricha hawasaa qaban.....
3. MQH itti Quufinsa Maamilaa fi Hojjetaa dabalaniiru
Qorannoo itti quufinsa maamilaa (client satisfaction Survey) gaggeeffameen giddu galeessaan itti quufinsi maamilaa MQH Sadarkaa naannootti 71% ga'eera. ..itti quufinsa hojjataas gara 75% akka ta'eedha kan ragaan amma jiru garsiisu.
4. Qisaasinni Qorichaa (Wastage rate) Hirrachuu
Kanan dura qisaasinni qorichaa sadarkaa naannootis ta'e biyyatsi jiru 5% + kan ture yeroo ta'u. kunis karoosa biyyi qabtte isa 2% gaditti gadi buusuu jedhuun walfaana qabamee yeroo ilaalamu bayyee guddaa ture.
Haa ta'u malee MQH reshio kan gad aanaa akka gaban mullrteera.kunis akka fakkenya ta'an isaan godha.
Giddu galeessaan Qorichi MQH oromiyaa keessatti argaman keessatti Mullate Qarshii Miliyoona 4.2 tti kan shallagamu yeroo ta'u.
kuni kan ibsu qabeenya sadarkaa naannooti horatame (=Miliyooa 470) ta'uun wal bira yeroo qabamee ilaalamu 1.40% ta'a
Waabii: Sagantaa kana yeroo isiniif dhiheessu gamaaggama #BFO n qopheesse akka waabii tti fayyadameera.
By Sufian M (Pharmacist)
November 5th, 2024