๐ฆ๐ฆ DHIBEE BUSAA ITTISUU FI TATAMSA'IINSA ISAA TOO'ACHUUF๐๐
๐ ๐ฉโ๐ป ๐ชข๐๐๐
.
๐ฆHubannoo/Barumsa๐ฆ Dh. Busaatiin walqabate Hawaasaaf Kennuu Irratti Hojjechuun murteessaa. sagantaan hubannoo kennuu qindoomina WFA,BFQ fi Hosipitaala Cooraatiin harra kenname kan jajjabeeffamuu dha.
๐ฆDabalataanis Keellaa Fayyaa irraa kaasee hanga sadarkaa Hospitaalaatti dheessii meeshaalee qorannoo laboraatorii_#lab tests (fknf RDT keellaa fayyaa irratti) fi dhiheessii Qorichoota Dh. Busaa mirkaneessuun Murteessaadha.
Hunda caalaa : Hojjettoonni #Ekisteenshinii fayyaas ta'e #ogeessooni fayyaa dhimmi kuni isin ilaallatu, akkasumas #gaggeessitoonni dhaabbilee fayyaa dhimma kanaaf xiyyeeffannoo kennaa...๐
๏ปฟ
๐ฆ๐ฆ Sirna Gabaasa #RRF, #IFRR, & #HPMRR hojii irra oolchuun hanqinni dhiheessii akka hin mudanne gochuu keessatti iddoo guddaa akka qaba.
Dhiheesii fedhii keenyaan wal_simu argachuufis gabaasa qulqullina qabu gabaasuu barbaada.
๐ ka'umsi rakkoo dhiheessii inni tokko qolqullina gbaasaatiin walqabata...waan hojjanne lakkoofnee gabaasuu dhabuu irraa kan ka'e dhiheessii fi fedhiin keenya wal simuu dhabuu danda'a.
โ(supply< demand)
Kanaaf dhaabbileen fayyaas gabaasa yaalii dhibee busaa (#case_report) & gabaasa itti fayyadama qoricha busaa (#consumption_report) yeroodhaan gabaasuu fi gabaasa gabaasuu isaaniitiin durattis koreedhaan taa'anii #verify godhuun barbaachisaa dha.
๐ ๐ฉโ๐ป ๐ชข๐๐๐
.