πππ₯π₯πππ 12;12 ππ€π€ππ§ π£πππ‘ππ
12Β Yaa ilma ko, kana irrattis gorsa kanatti aanee jiru fudhadhu! Macaafota caafuu baay'isuun dhuma hin qabu, macaafa qoruu baay'isuunis nama in dadhabsiisa.
13Β Waaqayyoon sodaadhu, abboommii isaas eegi!
Kun nama hundumaa irraa in barbaadama;
xumurri dubbii dhageenye
kana hundumaas isa kana.
14Β Waaqayyo hojii hundumaa, gaarii ta'us hamaa ta'us wanta dhoksaatti hojjetamu hundumaaf firdii in kenna.
@Seenaa_Tube